
Yaadni gaazexeessummaa nageenyaa duraan dursee kan madde ALA bara 1965 qorataa dhimma nageenyaa lammii Norweey, Johan Gaaltuungi jedhamuuni. Namni kun haalatti oduun alaafi walitti bu’iinsaa gabaasamurratti qorannoo yoo geggeessellee waa’een gaazexeessummaa nageenyaa... Read more »
/Dhaloonni kun labata gama hundaan badhaadheedha jechuun ni danda’ama. Dhaloonni kun barumsa idilees ta’e al idilee barachuuf akka warra durii dhamaatii guddaa isa hinbarbaachisu. Ga’umsasaa mirkaneeffachuufi sammuusaa beekumsaan guutuuf akka idileetti dhaabbilee... Read more »

Daa’imman aadaa dubbisuu horatanii akka guddatan taasisuu keessatti gaheen maatiifi barsiisotaa olaanaadha. Barattoonni kitaaba irraa barataniin ala barreeffamootaafi kitaabota adda addaa akka dubbisaniif jajjabeessuufi kakaasuutu irraa eegama. Ofii isaaniitiifis dubbisuudhaan barattootaaf fakkeenya... Read more »
Ayyaanni hundeeffama ODP waggaa 29fafi adeemsi injifannoo waggaa tokkoffaa torban achi aanu Magaalaa Jimmaatti jiraattonni magaalattiifi naannawashee, hoggantoonni mootummaa, maanguddoonni, barattoonniifi artistoonni adda addaa argamanitti kan geggeeffame. Sirnicharratti kan dubbisne jiraataan Magaalaa... Read more »

Itoophiyaan biyya sabaafi sablammiin 75 ol keessa jiraatu yoo taatu, baroota dheeraaf hacuuccaa bulchiinsa olaantummaa saba tokkoon ijaarameen eenyummaan saboota biraa akka awwaalamu ta’aa tureera Turtii baroota kanneenii keessattis sabaafi sablammiileen aadaa,... Read more »

Finfinneen Magaalaa guddittii Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’us, qulqullinni, misoomniifi guddinni magaalattii sadarkaa barbaadamurra hingeenye. Lageen magaalattii keessa yaa’an balfa dhangala’aafi goggoga guuranii yaa’u. Daangaan lageeniis... Read more »
Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »
“Goda marqaa jennaan ijoolleen fal’aanaan yaate” jedha Oromoon. Jaarraa 21fa kana keessa nama miti horiin marga dheedduyyuu kansaaf kan ormaa adda baasee beeka. Jaarreen sarabayii, ‘waan hundumaa keenya’ jedhan kanaa garuu hooda.... Read more »

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »