Cuuphaan ayyaana amantiimoo dirree siyaasaati?

Saamraawiit Girmaatiin Ayyaanota hordoftoota amantii kiristaanaa keessumaa Ortodoksiifi Kaatolikii biratti dammaqinaan kabajaman keessaa Cuuphaan isa tokko. Ayyaanni cuuphaa ayyaana amantii haa ta’uyyuu malee bakka aadaafi duudhaan hawwiidhaan eegamu itti raawwatamu ta’uusaatiin hawwii... Read more »

Filannoo waliigalaa marsaa 6fa guyyaan muramteef

Takkaalliny Gabayyootiin Filannoon waliigalaa marsaa 6fa barana adeemsifamu seenaa biyyattii keessatti ta’insa idilee waggoota kurnan sadan darban keessa raawwatamaa turan ta’uurra darbee balbala haaraa ijaarsa sirna dimokraasii biyyattii ni bana jedhamee kan... Read more »

“Dubbiin jaalalaa qofti afaan keessanii haa bahu!”

Waasihun Takileetiin  Finfinnee: Itoophiyaan biyya sabaafi sablammii hedduun waldanda’uun jaalalaan keessa jiraatan waan taateef miira waliif yaaduutiin waliin jiraachuun murteessaafi ibsituu kiristaanummaa ta’uu abbootiin amantii ibsan. Phaaphaasiin Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa Abuna Maatiyaas... Read more »

Aangoo aarsaa dhiigaafi lubbuun dhufe naa dabarsiin Juuntummaadha!

Waasihun Takileetiin “Qeerroon hinaadaa lafa garaa hin geenyee,Keessaan tittiifaa caamuu hindandeenyee,haami hinhaamnaa akka isheen hinmagarre goonee” jedhe weellisaan. Kabachiisa olaantummaa seeraa murna juunta ABUT irratti fudhatameen walqabatee haasa’aa kan taasisan Ministirri Muummee... Read more »

Hojii gaariin bu’aa yaada gaariiti

Natsaannat Taaddasaatiin Hojii gaariin bu’aa yaada gaariiti. Yaada gaarii qabaannee hojiidhaan agarsiisuu baannaan yaada gaarii qabaachuun keenya qofti gatii hinqabu. Nama yaada gaarii qabutu waan gaarii raawwata. Waan gaarii hojjennee milkaa’uuf jalqaba... Read more »

Federaalizimii sabdaneessaan ala sirni mootummaa tokkee amala fafeeti

Waasihun Takileetiin Amaloonni fafee kanneen akka tamboo xuuxuu, jimaa qama’uu, gaanjaafi shiishaa xuuxuu, hanna, saamichaafi waliindhahuufaa yoo ta’an, sirna hirkattummaa fiwudaalizimiifi sooshaalizimii Itoophiyaa golgoleessaa tures kan hammatuudha. Amaloonni fafee hirkattummaa babal’isuu, olaantummaa... Read more »

Siyaasa Lagannaafi Baqannaa

“Tarsiimoo qabsoon” Oromoo ittiin beekamaa, ittiinis jeeqamaa dhufe, kan waggoota dheeraa nu waliin ture, har’as “tarsiimoo” qabsoo ta’ee fudhatamee jiru “Siyaasa Lagannaafi baqannaati”. Siyaasni lagannaafi baqannaa siyaasa jibbaafi jibbisiisuurratti hundaa’eedha. Meeshaansaa immoo... Read more »

Biqiltuu dhaabuun lubbuu ofii haaromsuudha

Addunyaarratti ardiin Ameerikaa Kibbaa bosona uumamaan badhaatuudha jedhameeti dubbatama. Bosonichi baldhinaan kan argamu Biraaziil keessatti yoo ta’u,  Boliviyaa, Kolombiyaa, Firaansi Guyaanaa, Surmaan, Peeruu, Ikuwaadoriifi Veenzhuulaa kan daangessuudha. Sulula Amaazoon keessatti baldhinaan kan... Read more »

Heerri hiikamuuf jiru hiika qabaachuu qaba

Afoolli dubbii mi’eessa, dubbii fida, dubbiis fixa ykn guduunfa waan jedhamuufan afoolaan  jalqabee na oofkalchaa. Dur dur bara heerri guutummaatti barreeffamaan hinturretti namoonni mala aadaatiin walbulchaafi dubbii walii waliisaanii xumuraa turan. Adeemsa... Read more »

Dorgommii siyaasa koronaa; aangoo dheereffachuufi qaxxaamuraan qabachuu

Yeroo addunyaan qormaata yeroo jalqabaatiif jaarraa tokko keessatti ishee qunnameen qoramaa jirtu kanatti, wayitii  olaantummaan sadarkaa guddinaa dinagdee lubbuu namaa baraaruu dadhabetti, yeroo qabaataafi dhabaan yoom dhibee kanaan qabamaafi lubbuunis dhabamaaf osoo... Read more »