YAADA
Alii Birraa sajoo guddaa, Qabeenya Biyyaafi Addunyaati. Artistii dhugaa isa afaanota torbaan Jaarraa walakkaa oliif mirga namoomaafi hacuucamtootaaf sagaleeti. Aartistii, aartiin kan addunyaa ta’uu sirriitti hubatee, aartiin sabaafi afaaniin, qabeenyaafi dhabeenyaan akka... Read more »
Wareegama ajaja kaabaa yaadachuun imaanaa keenya ni ba’anna jedhe Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa. Itoophiyaan seenaa ishee keessatti biyyoota oftuultota birmadummaashee sarbuun dhiibbaa irraan gahuuf yaalanin qoramaa turuus yaadachiiseera. Haa ta’u malee Itoophiyaan... Read more »
Sirni bittaa karaa elektirooniksii akka raawwatamu ta’uun hojii salphisuu, yeroo, qarshiifi humna qusachuufi namni kamuu bakkaafi yeroodhaan utuu hindaanga’in caalbaasii ba’erratti akka hirmaatu taasisuun hannaafi malaammaltummaa bittaafi caalbaasiirratti raawwatamu kan hambisuudha. Walga’iin... Read more »
Jiruu Qananiitiin Bu’uura labsii Guyyaan Alaabaa baatiin Onkololeessaa seenee Wiixata jalqabaatti kabajama jedhuun baranas Onkololeessa 7 bara 2015 sadarkaa biyyaatti kabajameera. Nutis ergaawwan guyyicha darban keessaa qindeessinee haala ittaanuun dhiyeessineerra. Guyyaa Alaabaa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barana yeroo jalqabaatiif yunivarsitiiwwan mootummaatti kennamaa jira. Kun kan ta’eef hanna qormaataa hir’isuuf yaadameeti. Hanna qormaataa hir’isuun ammoo qulqullina barnootaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa qaba. Qormaaticharratti... Read more »
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 Fulbaana 30 irraa kaasee kennamuuf manneen barnootaa barattootasaanii qopheessuun akkasumas barattoonni qophii gochaa jiraachuun ni beekama. Gaazexaan Bariisaas barattoonni mana barnootaa akkuma biyyaattuu barattoota ciccimoo horachuun... Read more »
Gareen shororkeessaa ABUT bara hoggansasaa qabeenya Oromoo saamuu cinaatti madaan dhiittaa mirga namummaa sukaneessaan raawwachaa tureen uumame hanga ammaatti hinqoorre. Gareen shororkeessaan kun ummanni Oromoo eenyuummaasaatiin akka mataa ol qabatee hindeemneefi aadaasaa... Read more »
“Tulluun sitti jigumoo biyyi sitti jiguu wayya” jennaan gowwaan “biyyi natti jiguu wayya” jedhe jedhama. Wayyaaneen ilaalcha bosonaa kaleessa ishee keessa turerraa qullaa’uu dhabuun aangoo dhaaaltummaan kan darbu taasisuuf afaan boollaarra dhaabattee... Read more »
“Niitiin meeshaa hirattee deemte maaf nan deebi’a jetti jennaan isa hafe baddu baafachuufi” jedhe jaarsi Oromoo. Wayyaaneen waggoota 27f gola lammiilee golgoleessaa qe’ee namaa saamaa qorqalbii lammiilee jaamsaa turte olola lolli tapha... Read more »
Ijaarsa biyya Itoophiyaarratti yaadotni gara garaa haa jiraatan malee garuu erga ijaaramtee booda hunduu akka haadhasaatti fudhachuuf dirqame. Inni ijaarsi impaayerichaa sirrii ta’uu amanuufi kan sirna ijaarsa impaayera Itoophiyaa irratti gaaffii qabus... Read more »