YAADA

Finfinnee: Balfa gogaa gatame deebisanii faayidaaf oolchuuf kalaqi kalaqame qulqullina naannawaa eeguufi balaa tibba gannaa mudachuu malu hir’isuuf gumaacha akka qabu jiraattonni Magaalaa Finfinnee beeksisan. Agarsiisni hojii kalaqaa qulqullina naannawaarratti xiyyeffate Kutaa... Read more »

Finfinnee: Akkiriditeeshiniin adeemsa beekamtii idilee qaamni aangoo qabu dhaabbileef ulaagaalee mirkaneessa qulqullinaarratti hundaa’ee hojiiwwansaanii madaaluun mirkaneessuudha. Tajaajilli Akkiriditeeshinii Itoophiyaa sirna beekamtii idiladdunyaatti beekamtii argate diriirsuufi hojiirra oolchuun alergiifi daldala biyya keessaa guddisuufi... Read more »

Dhiyeenya kana gareen gaazexeessitootaa hojiilee misoomaa bishaan dhugaatiirratti godinaalee Arsii Lixaa, Baaleefi Arsiitti qaamolee dhimmi ilaallatuun hojjetamaniifi hojjetamaa jiran daaw’ataniiru. Daaw’annichaanis hojiilee guguddoofi abdachiisoon hojjetamaa jiraachuun hubatameera. Gandoonni baadiyyaafi magaalaa godinaalee kanneenitti... Read more »

Kaleessa oggaa Wiirtuun Koomaandoo Leenjisa Duulawwan Addaa Bilaattee marsaa 43ffaaf leenjitootasaa eebbisiisu abbaafi ilma jaalalli ogummaa loltummaa dhaloota sadii itti ce’e argine. Eebbifamtoota keessaa dargaggoon booneetii diimaa keewwate, ogummichas abbaasaarraa dhaale isa... Read more »

Hunda dura hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga guyyaa eebbifamaafi kabajamaa Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) waggaa 1446ffaan isin gahe! Iid Al-Adahaan (Arafaan) kaleessa kabajame ayyaana guddaafi kabajamaa yoo ta’u; hordoftoota amantichaa biratti guyyaa... Read more »

Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa torban darbe Itoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa ibsuun isaa ni yaadatama. Jalqaba daa’ima guyyaa 21 irratti kan argame yoo ta’u namoota isa waliin tuttuqqii qaban keessaas haatisaa qabamuun mirkanaa’eera. Seenaan... Read more »
Oromoon “Kan nagaan nu bulchite nagaan nu bulchi, namaa sa’aa nagaa nuu kenni, qilleensa hamaa tulluu duuba nuu qabi” jedhee uumaa kadhachuun nageenyi waa maraa ta’uu ibsa. Kan wallole gaaddisa jala taa’ee... Read more »

Oromoon sirna cunqursaa darbaa dhufaa boquusaatti ba’aa ture ofirraa cabsuuf waggootaa dheeraaf qabsoo hadhaa’aafi obsa fixachiisaa taasisaa tureera. Qabsoo gama kanaan taasisaa tureen murnoota boquusaatti ba’aa ta’anii akka silmii isa xuuxaa turan... Read more »

Aadaa jechuun taateewwan jiruufi jireenya dhala namaa keessatti raawwataman yoo ta’u, kan baratamu, kan qoodamu, kan ittiin waliigalamu, amala hundagaleessummaa, walitti hidhamuufi amala haaromuu kan qabuudha. Namoonni baay’ee jecha aadaa jedhu yommuu... Read more »

Injifannoo Adwaa booda bara 1928 Faashistiin Xaaliyaanii Itoophiyaa weerarte. Gootonni Itoophiyaas fedhii diinaa keessuummeessuuf dhiisaanii riphanii loluun (‘Guerrilla warfare’) diina boqonnaa dhorkan. Gootota diina boqonnaa dhorkatan keessaas raayyaan waraanaa Leenca Gurraachaa (‘Black... Read more »