Qoraattii dhoqqee keessaatiin waraanamuu hinqabnu

Yeroo hedduu wanta riphee nama miidhuu danda’u alaalatti arganii irraa of ittisuun ni ulfaata. Sababiinsaas waan biraa jala miliqee ykn walfakkaatee, gaarummaa olgatee waan dhufuuf. Fakkeenyaaf bofti summaa’aan daggala keessatti kan nama... Read more »

ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Dhimma Finfinneetiif furmaata kennuun nageenyaaf wabiidha

Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »

Lakkaawamuun misooma hundaaf tumsuudha

Lakkaawwiin ummataafi manaa misooma hawaas-dinagdeefi siyaasaa biyyattiin hordofaa jirtu fooyyessuutiin jireenya lammiilee jijjiiruuf qophii taasifamu keessatti gahee olaanaa kan qabuudha. Kaayyoonsaa inni guddaanis dhimmoota bulchiinsaa, filannnoo, qophii karooraa, hordoffiifi deggarsaa, akkasumas qorannoo... Read more »

Oggaa Guyyaa Dubartootaa kabajnu

Guyyaa Dubartoota Addunyaa (March 8) kabajuuf jalqaba kan yaadame walakkaa jaarraa 18fatti akka ta’e ragaaleen ni eeru. ALA bara 1857 dubartoonni warshaa huccuu Niiwuyorki, Ameerikaa keessa hojjetan mindaa xiqqaan kanfalamaafii waan tureef,... Read more »

Barri goommaadha jechuun kana mitiiree?

“Barri gommaadha takka namaa deema takkammoo namaan deema” jedhama. Maraammartoo kana keessatti ifaafi dukkanni dabaree walgegeeddaranii mul’ataa ija hojii qabatanii argamuun danbalii jiruufi jireenya dhala namaa keessatti mudatudha. Sirnoonni gara garaas aangoof... Read more »

Injifannoo Adwaa keessatti qooda ummata Oromoo

Biyya Itoophiyaa jedhamuun beekamtu tana hundeessuurraa kaasee  ijaaruun ykn haaressee dhaloota har’aa biraan kan gahe ummata Oromoo ta’uu hayyuuleen seenaa ragaalee seenaa wabeeffachuun dubbatu. Kunis, latiinsa Afroo-Eeshiyaa afran (Seemota, Kuushota, Oomotaafi Naayiloo... Read more »

Seenaa hundeeffama Gaazexaa Bariisaa

Bara 1965 oggaa sagantaan siyaasaa wixinametti qaamni qabsoo qindeessu ‘Koree Qindeessituu Waaltaa’ jedhamu hundaa’ea ture. Miseensota korechaatti dirqama adda addaatu kenname. Koree dhaabbate keessaa tokko ‘Koreen Aadaafi Hawaasummaati. Koree kana kan hoogganaa... Read more »

Injifannoo Adwaa bu’aa irree gamtoomee

Waraanni Adwaa lola Itoophiyaafi Xaaliaanii jidduutti bara 1888 adeemsifameedha. Waraana olaantummaa Itoophiyaatiin goolabame kanaan abjuun gita bittaa Xaaliyaanii ni fashalaa’e. Injifannoon Adwaa mallattoo kabaja biyyaalessaa sabootaafi sablammoota biyya keenyaa yoo ta’u, ummatoonni... Read more »

Lakkaawwii ummataafi manaa marsaa 4fa

Lakkaawwiin ummataafi manaa gurmaa’ina heeraafi sirna hawaas-dinagdee, akkasumas sirni siyaasa biyyattiin hordofaa jirtu duuchaatti jireenya lammiilee akka fooyyessuuf qophii taasifamu keessatti gahee olaanaa qaba. Akkuma biyyaattis ta’e naannootti  baay’ina ummataa sirrii ta’e... Read more »