Dhaamsa Bariisaa
Haaluma Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gabatee yeroo murteessuun beeksiseen guyyaan filannoo waliigalaa marsaa 6fa itti adeemsifamu Caamsaa 28 bara 2013 ta’uun hubatameera. Boordichis waantota murteessoo ta’an maraa guutuurratti kan argamu yoo ta’u, kanarraa... Read more »
Imala saamichaafi qoqqoodannaa dachii Afrikaa Awuroppaanotaan eegalametti turtee kan makamte, Xaaliyaan ALA bara 1869 kara kaampaanii Rubaantiinoo jedhamuun buufata doonii Asab qabattee Itoophiyaa koloneeffachuuf carraaqxeetti. Korri Barliin gaggeeffamee waggaa 11 booda ALA... Read more »
Waasihun Takileetiin “Lafti abdatan sanyii namni abdatan nama nyaata” akkuma jedhamu sirni Itoopiyaa keessatti dhufee darbe kamuu qolettii galaa bobaatti siyaasa balaa baatee abdii sobaan lammiilee burjaajessuun umrii aangoosaa dheereffatee lammiilee qorqaa,... Read more »
Itoophiyaafi ummatoonnishii baatii Caamsaa dhufu hojmanee guddaa tokko qabu, hojmanee egereesaanii murteessu, lammiileen abdiidhaan eeggatan, filannoo waliigalaa marsaa jahaffaa. Filannichaaf Paartii Badhaadhinaa biyya bulchaa jiru dabalatee paartiileen morkattootaa danuun garanumaa qophii eegalaniiru.... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Akka heera Mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI) keeyyata 54 jalatti eerameetti filannoon waliigalaa waggaa shan shaniin adeemsifama. Sirni bulchiinsaa biyyattiin ittiin gaggeeffamaa jirtuus sirna federaalizimii sabaafi teessuma lafaarratti kan... Read more »
Ammaan tana Oromiyaatti hojiin misooma dinagdeefi hawaasummaa kan yeroo kamuu caalaa hordoffii cimaadhaan raawwatamaa jira. Gaaffiifi fedhii misoomaa ummata naannichaa kan yeroo dheeraaf ture deebisuuf guddaan karoorfamee xiqqaarraa eegaluun, karaa walitti hidhamiinsa... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Haalli yeroo ammaa Itoophiyaan keessa jirtu nama fagoodhaa ilaalu dhiisii isuma keessa jiruufuu ifatti waan gale hin fakkaatu. Taateen gareen tokko itti gammadee dhiichisu inni biraa immoo gaddaan dallansiisa. Murtoon... Read more »
Wixatniifi Kibxanni darban sadarkaa Oromiyaatti taatee seenaqabeessa tokko galmeessanii darbaniiru; seenaa hiriira deggarsaa hoggansa mootummaa jijjiramaa, Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuuf. Hiriira kanarratti ummanni naannichaa miliyoona danuutti lakkaa’amu dhaadannoowwan keessoo koo naa ibsa... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Yeroo tokko tokko osoo dhagaa ijaan agarru lakki “kuni dhagaa osoo hintaane dhadhaadha” jedhamee akka waamamuuf haalli nama dirqamsiisu ni dhalata. Wanti tokko akka ilaalchaafi hubannaa namaatti garaagarummaa kan qabaatu... Read more »
Ummanni Oromoofi Somaalee ummattoota jireenya hawaasimmaafi seenaa qabsoo walfakkaataa qabaniidha. Daangaa dheeraa kiiloomeetira kuma tokkoofi 800 kan waliiqoddatan ta’uusaaniitiin ummanni naannolee lamaanii seenaa waliin jireenya waggoota dheeraa waliin qaba. Ta’us sirna duraan... Read more »