Waltajjii qorannoo raawwii hojii mootummaafi paartiirraa

Waltajjiin qorannoo raawwii hojii ji’oota saglan darbanitti mootummaa Naannoo Oromiyaafi paartii tibbana Adaamaa kan adeemsifame yoo ta’u, nutis ergaawwan ijoo darban akka ittaanutti qindeessinee dhiyeessineerra. Qorannicharratti haasaa kan taasisan Ittigaafatamaan Waajjira Paartii... Read more »

Kaazaanchiis/Finfinnee fakkeenya magaalota Itoophiyaa

Magaalaa guddoo Itoophiyaafi Oromiyaa akkasumas teessoo Gamtaa Afrikaa, diippilomaatota biyyoota hedduufi dhaabbilee idiladdunyaa baay’ee kan taate Finfinneen erga hundooftee bubbulteetti. Waggoota kanneen keessatti mootonniifi mootummoonni akkasumas kantiibonni hedduun ittiwalfuranii biyyattis ta’e magaalattii... Read more »

 Nagaan isiniif haa ta’u…

Nuyi otoo diinota taanee jirruu erga du’a Ilmasaatiin Waaqayyotti araaramnee, ammammoo nuyi warri isatti araaramne, jireenyasaatiin caalaatti ooluuf jirra. Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin amma araara waan qabnuufis Waaqayyotti gammaduu keenya nihimanna (Rom... Read more »

Dhugaa jiru qofa hordofuun imala ittifufuu

Yeroo Faasikaa yaadannu dursa sammuu keenyatti kan dhufu gantummaafi haala qabatamaa tokko malee murteessuun yeroof kan injifate fakkaatuyyuu dhumarratti ni injifatama. Faasikaan Yesuus Kiristoos shira lammiilee afuriiti. Barsiisa sagaleefi hojii dinqisiisaa Kiristoos... Read more »

Naa’ota: Barruulee daa’immanii Afaan Oromoo jalqabaa!

Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa waggoota 84f odeeffannoo amanamaafi haqaqabeessa dhiyeessuun hawaasa tajaajilaa jira. Dhaabbatni kun sabdaneessummaafi afdaneessummaa ilaalcha keessa galchuun afaanota Oromoo, Amaaraa, Tigree, Sidaamaa, Affaariifi Sumaalee akkasumas afaanota alaa Ingiliffaafi Arabiffaan odeeffannoo... Read more »

Naa’ota kunoo…

Miidiyaa guddina Afaan Oromoo keessatti shoora olaanaa gumaachan jidduudhaa adda durummaan kan eeramu Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiin torbanitti al tokko guyyaa Sanbataa kan maxxanfamu Gaazexaan Bariisaa tokko. Gaazexaan Bariisaa sadarkaa mootummaa Federaalaatti Afaan... Read more »

Imala milkaa’aa waggaa 7ffaafi 14ffaa dhagaa bu’uuraa

Itoophiyaan biyya afdaneettiifi sabdaneettii taatus waggoota 27n jijjiiramoota duraatti gaaffii ummataaf deebii ga’aa kennuun hindanda’amne ture. Qabsoo qeerroofi qarreen saboota, sablammootaafi ummattoota biyyattii waliin ta’uun taasisaniin injifannoon Bitootessa 24 galmaa’uu danda’eera. Guyyaan... Read more »

Milkaa’inoota galmaa’an tiksaa…

Baatiin Bitootessaa ji’a injifannoo dachaadhaan badhaadheedha; ji’a jijjiiramni siyaasaafi dhagaan bu’uuraa hidha Abbayyaa ittikaa’ame. Ji’a Itoophiyaan seenaashee keessatti dameewwan siyaasaa, dinagdee, hawaasummaafi dippiloomaasiin daandii haaraa itti eegalte. Itoophiyaan yaadama ida’amuufi siyaasaa giddugaleessaatiin... Read more »

Waggaa 14ffaa Hidha Abbayyaa

Xiiqii mootummaafi dhaloota haaraa keessatti uumameen waggaa 14n dura kan jalqabame ijaarsi Pirojektii Hidha Abbayyaa ykn Haaromsaa amma gara xumuraa ga’ee riivaaniin muramuufiif ji’oota muraasaatu hafa. Ijaarsa hidhichaa milkeessuuf lammiileen Itoophiyaa biyya... Read more »

Duudhaaleen baatii Ramadaanaa ittifufuu qabu

Baatiin Ramadaanaa baatii hawaasni Musliimaa hundi yaaduufi hawwii guddaan eeguudha. Baatiin kun balbaloonni Ahizaabaa kan itticufamaniifi kan Jennataa bal’atanii ittibanamaniidha. Ramadaanni ji’a araaraafi eebbaa Musliimni soomaafi ibaadaadhaan uumaasaa wajjin walitti dhiyaatu; kan... Read more »