IJOO DUBBII
Biyyi keenya yeroowwan adda addaatti dhalattootashii biyyoota alaa jiraaniif taateewwaniifi ayyaanota adda addaa da’eeffachuun waamichawwan gara garaa taasisaa turteetti. Waggaa lama durallee mataduree, “Namoota miliyoona tokko gara biyyaatti” jedhuun Itoophiyaanonniifi michuuwwan Itoophiyaa... Read more »
“Bosonoonni fayyummaa dachee keenyaafi nageenya ilmaan namaaf daran barbaachisu. Oksijiinii nuu kennanii kaarboonii kuusuudhaan haala qilleensaa to’atanii jijjiirama qilleensaa hir’isuuf gargaaru. Bosonoonni uumamoota miliyoonatti lakkaa’amaniif man’ee jireenyaa ta’uudhaan lubbudaneeyyii of keessatti qabatu.... Read more »
Itoophiyaafi ummannishii seenaasaanii dhufaa darbaatti walwaraansa mankaraaressitoonni seeraafi heeraaf abboomuufi kabajuu dhabuurraa maddeen uumaniin waldiigaafi waldeegsaa, walmadeessaafi walajjeesaa akka qocaa tirachaa har’a ga’ameera. Waraanni waggoota lama dura Itoophiyaa kaabaa, Naannoo Tigraayitti adeemsifamee... Read more »
Itoophiyaan biyya maraanmartoo hiyyummaa keessa jiraachaa turteefi jirtu taatee jijjiirama siyaasaa bara 2010 hordofee hiyyummaaf boodatti hafummaa keessaa ba’uuf riifoormiiwwan guguddoo hojiirra oolchaa jirti. Riifoormiiwwan kanneen keessaa riifoormii dinagdee mandhaaleetti aanee kan... Read more »
Itoophiyaan keessumaa waggoota jahan darbanitti dinagdee mandhaleerratti xiyyeeffattee hojiilee fooyyessa damichaarratti hedduus raawwatteetti; badhaadhina biyyaafi ummataa mirkaneessuuf. Adoolessa 21 bara 2016 irraa kaastee ammoo fooyyessa dinagdee gooroo guutuutti galteetti. Kaayyoo ijoon fooyyessichaas... Read more »
Itoophiyaan biyya haala teessuma lafaa adda addaa qabduudha. Haalota teessuma lafaa kanneen keessaa harka 49 sigiga lafaa sadarkaa olaanaafi jiddugaleessaatiif kan saaxilamu ta’uu hayyoonni damichaa argannoo qo’annoorratti hundaa’uun ni ibsu. Lafti biyyattii... Read more »
Ijaarsi Hidha Laga Abbayyaafi sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhimmoota waloo biyyaalessaa hirmaannaa ummata biyyattiin dhugoomaa jiran keessaa adda durummaan eeramu. Hojiilee waloon raawwataman faayidaa waloo ykn biyyaalessaa waan mirkaneessaniif hirmaannaa ummanni dhimmoota waloo... Read more »
Lagni Naayil (Abbayyaan) biyyoota yaa’a bishaanii 11 qabaatus Misiriifi Sudaan hanga ammaatti waliigaltee yeroo kolanii mallatteeffameen lagicha olaantummaan fayyadamuuf gaaffii kaasu. Waliigalteen Inteebee kun akka hinmallatteeffamneefis dhiibbaa cimaa gochaa turan. Haala ittifayyadama... Read more »
Faayidaan biyyaalessaa dhimma obbolummaafi tokkummaati. Dhimma Itoophiyaanonni dameelee dinagdeefi hawaasummaatiin walfaana dhaabachuun irraa eegamuudha. Gama kanaan keessumaa miidiyaan hundi dhimmicha sirriitti hubachuu qabu. Miidiyaan biyya kamuu jiru faayidaa biyyaafi ummata keessatti itti... Read more »
Mootummaan Itoophiyaan nageenya waaraa mirkaneessuuf tattaaffii cimaa taasisaa jira. Rakkooleen nageenyaafi siyaasaa kamuu mariifi marabbaan akka furamaniif tattaffii cimaa taasisaa jira. Mariin biyyaalessaa adeemsifamuuf jirus tattaaffii nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamaa jiruudha. Qaamoleen... Read more »