IJOO DUBBII

Ummanni Oromoo, duudhaa ilaafi ilaamee qabu, moggaasee ormayyuu qaamasaa taasifatu, kan beela’e nyaachisu, isa daare uwwisu, dheebotaa obaasuudha. Duudhaa sirna Gadaatiin guddaan eebbisee, xiqqaan ajajamee walkabajaan buluudha. Ummanni guddaan kun sirna waliin... Read more »

Biyyi keenya waggoota 28 darbaniif dhaaba siyaasaa ADWUI jedhamuun hogganamaa kan turte yoo ta’u, sirna dimokraasii babal’isuuf keessumaa dhaabbileen dimokraasii akka hundeeffaman gochuun, miidiyaaleen sagalee ummataa ta’anii akka tajaajilaniif hundarra ammoo sirni... Read more »
Gaazexaan Bariisaa maxxansasaa torban darbeetiin waa’ee halluu alaabaaAbbaa Gadaarratti gurraachi Oromoon gurraacha Waaqnis gurraacha, diimaan dhiigaafi foon Oromoo, adiin ammoo lafee Oromoo ykn nageenya kan agarsiisu ta’uu dubbisiisee ture. Alaabaan kun hiika... Read more »
Irreechi utuu Kuushotni adda adda hinqoodamin waggoota kuma 12 dura akka eegalame ragaaleen seenaa ni mul’isu. Ayyaanni kun guyyaa Oromoon eenyummaasaa itti yaadatee Waaqa, lafaafi waliisaa gidduutti araara buusuufi gamtaadhaan ba’ee Waaqasaa... Read more »
Akka hayyoonni seenaa ibsanitti, Irreechi ayyaana utuu Kuushotni adda adda hinqoodamiin waggoota kuma 12 dura naannawa Sulula Abbayyaatti eegalameedha. Irreechi Oromoo guyyaa Oromoon eenyummaasaa itti yaadatee Waaqa, lafaafi waliisaa gidduutti araara buusuuf... Read more »
Dhaloota Kiristoos durarraa eegalee jaarraa 5fa irraa hanga jaarraa 21fatti namoonni dachee kanarratti haalota adda addaatiin dhiibbaa qabu turan waa’ee barumsaarratti waan jedhan danuu qabu. Akaakuuwwan barumsaa manneen barnootaa keessatti kennaman maniinsaanii... Read more »
Barri haaraan kun bara nagaa, gammachuu, badhaadhinaa, injifannoo, tokkummaafi bara rakkooleen keenya bu’uurarraa itti hiikanuufi injifannoowwan hedduuf bu’uura itti kaa’annu nuuf haa ta’u. Bara darbe aadaan siyaasa biyyattii walballeessuu, waldiiguu, walajjeessuurraa... Read more »
Dhahaa ykn kaalaandarii biyyi keenya hordoftuun bara 2011 guyyoota 362 dura simanneen moofaadha jennee geggeessuun bara 2012 akka haaraatti simachuuf guyyoota afur qofatu nu hafa. Akkuma ispoortessaan utaalchoo fegeessee utaaluuf duubatti deebi’ee... Read more »
Yunivarsiitii tokko keessatti barsiistuun muummee xiinsammuu barattoota isheetiif hojmanee kennuu barbaaddee hundisaanii dinnicha qabatanii akka dhufan ajajje. Dinnichicharratti maqaa namoota jibbanii barreessanii akka dhufan itti himte. Baay’inni dinnichaa fidanii dhufanii baay’ina namoota... Read more »

“Faddaaltotatu faddaalaa wajjin walnuqunnamsiisa. Faddaalaatu qullubbii diimaa sadarkaa 1fa qarshii 21n, timaatimii qarshii saddeet (gatii oyiruurratti murameen) nu harkaa fuudha. Otuu faddaalaan jidduu hinseeniin kallattummaan fayyadamaa ta’uuf Finfinneetti dhiyeessuu yaallee hinmilkoofne”. “Faddaalaan... Read more »