Dhimmi murteessaan mirga namummaa lammiilee mirkaneessuudha

Komishinii Mirgoota Namummaa Itoophiyaa (KMNIn) tibbana mataduree “Tarkaanfiin seera kabachiisuu kan seera hordofe ta’uu qaba” jedhuunsaa ni yaadatama. Kanaanis komishinichi Naannoo Oromiyaatti haalli qabiinsa mirga namummaa hidhamtootaa kan isa yaaddessu ta’uu kan... Read more »

Murtii nageenya lammiileetiif bakka kenne

Biyyi keenyaafi ummannishii baruma dhufaa darbaan rakkoolee adda addaa ijoolleenumtishii tokko tokko uumaniin gidiraa argaa turteetti, argaas jirti. Akkuma garaan haadhaa buburreedha jedhamu akkuma ijoolleenshii kabaja biyyaafi ummatashiitiif lubbuusaanii marartuu aarsaa godhan... Read more »

Faasikaa, mallattoo jaalalaafi nageenyaa

Faasikaan ayyaana Yihudoonni yeroo itti Waaqayyo garbummaa Gibxii jalaa isaan baase jechuunis DhKD bara 1513 yaadachuuf kabajaniidha. Waaqayyo Israaʼeloonni ayyaana iddoon guddaan kennamuuf kana waggaa waggaadhaan akka Yihudootaatti jiʼa Abiib jedhamuufi yeroo... Read more »

Yeroo mara addaddummaa yaadaa mariin hiikuu

Itoophiyaan ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa waliin walqabatee yaadni faallaa Misiriifi Sudaan qaban mariidhaan akka hiikamu barbaaddi. Kanarraa ka’uunis  waggoota kurnan darban ijaaramuun hidhichaa biyyoota lamaan akka hinmiineefi faayidana isaa kan waloo... Read more »

Hunduu dhimma nageenyaatiif xiyyeeffannaa kennuu qaba

Nageenya jechuun hokkaraafi gochoota biroo haaluma kamiinuu nagaa booressan, guutummaatti yaaddoorraa bilisa ta’anii jiraachuu, nagaadhaan jiraachuuf ammoo waraanni, hokkarriifi walitti bu’iinsi dhabamuu ta’us, waliigalaan yaadireem nageenyaa guutummaatti walitti bu’iinsarraa bilisa ta’uu jechuu... Read more »

Ijaarsa hidha guddichaarraa kan nu danqu hinjiru

Waggaa kurnan har’aa Itoophiyaan humna mataasheetiin hidha haroomsa guddichaa ijaaruu tokko jettee eegalte. Ijaarsa hidhichaatiif haati hiyyeessaa gudunfaa sabbatashee hiiktee, barataan, kanneen daandiirra jiraatan, hojjettoonni humnaa, daldalaa, hojjetaan mootummaa, waliigalaan lammileen biyya... Read more »

Bu’aalee hoggansa jijjiiramaatiin argaman ittifufsiisuudhaan biyya ceessisuu

Itoophiyaatti sirna dimokraasiifi walqixxummaa ijaaruuf saboonni, sablammoonniifi ummatoonni Itoophiyaa qabsoo waggoota dheeraa fudhate taasisaniiru.  Qabsoo sirnoota dhufanii darban waliin taasifame kanatti Oromoon adda durummaan fuuldura bu’ee hogganeera.  Biyya kanatti otoo kan gararraafi... Read more »

Biyya ceessisuuf yaada qe’ee keessaarraa gara biyyaatti

Rakkooleen jireenyaa lafa kanaa daran walxaxoodha. Walxaxni kun keessumaa biyyoota akka keenyaa rakkoolee hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaatiin duubatti hafanitti daran baay’ata. Kana biratti ammoo qajeelummaafi bal’isanii yaaduun tokko tokko namaarraa eegamu jiraachuu dhabuun... Read more »

Milkaa’in pirojektii Wancii Dandiif hunduu harka harkaan Pirojektota yaadrimee jijjiramaa Ministiri Muummee Doktor Abiyyi Ahmadiin bocamanii hojjetamaa jiran sadii keessaa pirojektiin Ikkoo Turizimii Wancii Dandii Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaafi Godina Shawaa Kibba... Read more »

Ciniinsuurra dhalarratti xiyyeeffachuu

 Haalli ammaan tana biyyi keenya keessa jirtu yeroo ciniinsuu fakkaata. Diinonni biyyattiif ciisanii bulanii hinbeekne oduu jettejettee hafarfamurraa ka’uun biyyattiifi ummatashii nagaa dhorkuuf waan kutatanii kaka’an fakkaatu. Kanaanis karaa guddinaafi misoomaa biyyattiin... Read more »