IJOO DUBBII

Hidhi Abbayyaa humnaafi dafqa Itoophiyaanootaatiin ijaaramee sadarkaa xumuraarra qaqqabeera. Yommuu dukkanni gannaa darbee birraan bari’u pirojektiin hawwiidhaan eegamu kun biiftuufi qilleensa birraa waliin ifa Itoophiyaarra darbee biyyoota Afrikaa biroof gahu fudhatee dhufa.... Read more »

Tibbi amma keessa jirru akka dhahaa bajataa biyya keenyaatti yeroo barri bajataa darbe xumuramee haaraan itti jalqabameedha. Yeroo kanatti keessummaa manneen hojii mootummaa raawwiin hojiisaanii bara bajataa 2017 maal akka fakkaatu qorachuu... Read more »

Dhaabbiin biqilaa sagantaa ashaaraa magariisaa Waxabajjii 24 bara 2017 labsame hordofee guyyaa guyyaan ittifufiinsaan adeemsifamaa jira. Qaamoleen hawaasaas ashaaraasaanii waloofi dhuunfaan kaa’uun hojiin milkaa’ina caaluuf hojjetamaa jiru xiyyeeffannoo hundaa argateera. Hojii waggoota... Read more »

Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad oggaa barri bajataa 2017 jalqabamu waa’ee bayyanannaa Itoophiyaafi isaan walqabatanii ibsanii turan. Yaadamni bayyanannaa jedhamu boqonnaan jijjiirama dhaabuufi bu’uura qabsiisuu xumuramee sadarkaa ija godhachuurra ga’uu... Read more »

Aadaan ibsama eenyummaa saba tokkoo yoo ta’u, haalaan kunuunfameefi eegamee dhalootatti yoo darbe lammii gaarii horachuufi ijaarsa biyyaa utubuu keessatti gahee olaanaa qaba. Keessumaa yeroo addunyaan gara tokkotti dhufaa jirtu kanatti guddina... Read more »

Oromoon “Kan nagaan nu bulchite nagaan nu oolchi, namaa sa’aa nagaa nuu kenni, qilleensa hamaa tulluu duuba nuu qabi” jedhee uumaa kadhachuun nageenyi waa maraa ta’uu ibsa. Kan wallole gaaddisa jala taa’ee... Read more »

Akkuma kan barachuu danda’e barsiisuu danda’a jedhamu lammiileen Itoophiyaa yoo ciminaafi kufaatii keenya darberraa baranne hirkattummaa gargaarsaarraa walaboomuufi daandii kadhaarraa gara omishtummaatti ce’uuf barbaachisurra imalle warra kaaniif fakkeenya ta’uu dandeenya. Hirkattummaan gargaarsaa... Read more »

Iid Al-Adahaan (Arafaan) ayyaana qoramuufi aarsaati. Ayyaana Nabii Ibraahiim Ajaja Rabbiitiin ilmasaanii aarsaaf qopheessan, cichoominnisaaniis qoramee Rabbi biraa hoolaa bakka itti argataniidha. Waantonni baay’een ayyaana kanarraa barataman jiru. Yoo qormaata kamuu ciminaan... Read more »

Oromiyaan qabeenya bishaaniifi maddoota inarjii haaromfamoo akaakuuwwan adda addaa baay’ee qabdi. Qabeenya bishaan lafarraa meetir kuubii biliyoona 58fi kan lafa jalaa meetir kuubii biliyoona 23.5tti shallagamu kan waggaatti dhangala’u qabdi. Akkasumas, lageen... Read more »

Asoosamoonni dogoggoraa matayyoonniifi gareewwan faayidaasaaniif jedhanii uuman hawaasaafi biyya garmalee miidhaniiru. Lubbuu marartuun lammiilee hedduus galaafatameera, qabeenyis barbadaa’eera. Hundarra badiin summii matayyoonni ilaalchaan fiixeetti bahan facaasan miidhaa laalessaa akkamii akka qaqqabsiise hubachuuf... Read more »