Dhaamsa Bariisaa
Miidhaalee dubartootaaf daa’immanirra ga’uun adeemsa seeraan murtoo fudhataniifi adeemsa seeraa jala jiranirraa ka’uun Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii sosochii bal’aa taasisaa jira. Isaan keessaas waldhabdee abbaa warraafi haadha warraa gidduutti tureen ijoollee horan... Read more »
Waggoonni jijjiiramaa darban kan injifannoowwan hedduun ittigalmaa’aniifi qormaatonni adda addaas itti keessummeeffamaniidha. Yaadama siyaasaa walqooduufi loogii keessaa bahamee paartii biyyaalessaa hammataa, madaalawaafi tokkummaa sabdaneessaa cimsu hundeessuudhaan badhaadhina Itoophiyaatiif mul’ata qabachuun yeroo boqonnaa... Read more »
Itoophiyaatti Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa erga jalqabamee waggaa sadii ta’eera. Hanga ammaatti namoonni miliyoona 10 ol waraqaa eenyummaa kana argachuuf kan galmaa’an yoo ta’u, waggoota sadii keessatti namoota miliyoona 90 galmeessisuuf karoorfamee... Read more »
Oromoon gaaddisa mariitiin haqaafi nagaa buusa; mariifi marabbaanis waldhabdee hiika. Kanaanis jibba balleessee jaalala, waldhabdee hambisee nagaa, garaa garummaa fageessee tokkummaa fida. Nagaafi tokkummaan, jaalalaafi obbolummaan bu’uura duudhaa ganamaa Oromooti. Oromoon dhibdee... Read more »
Waggoota muraasa dura Itoophiyaatti hojiin misooma qonnaa roobarratti hirkachuun qofa adeemsifamaa ture. Hojii misooma jallisiitiin kuduraalee adda addaa omishuu malee qamadii dabalatee midhaanota gosa gara garaa omishuun hinbaratamne ture. Waggoota muraasaa as... Read more »
Hojiin misooma koriidarii Finfinnee daran miidhagse erga eegalamee waggaa tokkollee hinguunne. Hojii misooma koriidarii marsaa tokkoffaa iddoowwan adda addaatti hojjetamaniin magaalattiin akka misirroo daran kuulamteetti, miidhagdeetti; akka bakkalcha barii iftee mul’achuu eegalteetti.... Read more »
Guddinni biyya tokkoo akka si’atuuf murteessitoota ijoo keessaa kan hojjetanii argatanirraa gibiraafi taaksii amanamummaan kaffaluun isa tokko yoo ta’u, amanamummaan kan kaffalan akkuma jiran warreen miliqsuun dinagdee biyyaa golgoleessanis hindhibani. Haalli galiin... Read more »
Konfiraansiin addunyaa beelarraa bilisaa tibbana Finfinneetti adeemsifame sababa, eelaafi furmaata beelaa xiyyeeffannaan ilaaleera. Qorannoon Sagantaa Nyaata Addunyaa akka mulisutti, ummatni addunyaa miliyoona 800 ta’u waan afaanitti geeffatu hinqabu. Lakkoofsi kun ida’ama lakkoofsa... Read more »
Qorattoonni sirna nyaataa akka jedhanitti, nyaatni tokko qofaasaatti nama tokkoof guutuu miti. Nyaata madaalamaa argachuuf kuduraalee, muduraalee, callaafi nyaata akka ocholoonii zayita of keessaa qaban yeroo hedduu nyaachuun fayyaafi guddina qaamaaf hedduu... Read more »
Biyyi tokko guddina dinagdee yaadde milkeeffachuuf, lammileen ishee nagaan ba’anii galuuf nageenyi murteessaadha. Keessumaa biyyoonni tattaaffii guddachuu keessa jiran xiyyeeffannaan isaanii inni ijoo nageenya qabaachuudha; yoo nagaan jiraate waa hundi waan jiruuf.... Read more »