
Guyyaan ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa (HHGI) ittijalaqabame Kibxata darbe mataduree, “Gamtaadhaan dandeenyeerra” jedhuun kabajamera. Kamisa darberraa eegalees torban boondii guutummaa biyyaatti adeemsifamaa jira. Torbee boondii kanaan qarshii miliyoona 100 walittiqabuufis kan... Read more »

Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa waggaa 13n kana, Bitootessa 24 bara 2003 qajeelfama, “Injiinaroonniifi maddi maallaqaa numa” jedhuun jalqabamee harka 95 irra gaheera. Waggaa 13ffaan ijaarsi hidhichaa itti eegalame kun barana mataduree,... Read more »

Godinni Shawaa Kibba Lixaa godinaalee Oromiyaa 21n keessaa tokko yoo ta’u, iddoowwan hawwata turistii uumamaafi namtolchee hedduu qabaachuun beekama. Walisoon magaalaa guddoo godinichaa yoo taatu, Finfinneerraa kiiloo meetira 114 fagaattee argamti. Ittigaafatamaan... Read more »

Ijaarsa hidha Laga Abbayyaatiif dhagaan bu’uuraa kan kaa’ame waggaa 13 har’aa Bitootessa 24 bara 2003 yoo ta’u, milkaa’ina ijaarsichaatiif isa homaa hinqabnerraa kaasee hanga abbaa qabeenyaa olaanaatti alaa, keessaa gumaachamaa tureera, gumaachamaas... Read more »

Ammaan tana sirna qabiinsaafi bulchiinsa akkasumas ittifayyadama horata mootummaafi ummataa dijitaalessuuf tattaaffiiwwan adda addaa taasifamaa jiru. Moosaajiiwwan kanaaf oolanis misoomanii hojiirra oolfamuurratti argamu. Kunis horata mootummaafi ummataa mooraa waajjiraa keessatti daggalaan nyaatamuun,... Read more »

Biyyoota guddataniifi dinagdeedhaan badhaadhanitti mirgi dubartootaa sarbamuufi walqixxummaa dhabuun isaanii dubartoonni jijjiirama barbaachaaf sagaleesaanii akka dhageessisaniif dirqamsiiseera. Bara 1908tti yeroo dubartoonni kuma 15 ta’an magaalaa Niwu Yoorki keessatti gaaffii yeroo hojii gabaabaa,... Read more »

Waggaa afran har’aa yaadniifi karoorri qamadii hedduminaan omishuu yemmuu ka’u galmoota guguddoo lama milkeessuuf ture. Isaanis; inni jalqabaa fedhii bal’aa biyya keessaa jiru furuudhaan hirkattummaa gargaarsa qamadii biyyoota alaa jalaa bahuuf yemmuu... Read more »

Godinaalee akka biyyaattis ta’e akka Naannoo Oromiyaatti omisha qamadiitiin maqaa gaarii qaban keessaa tokko kan ta’e Godinni Baalee, biyyattiin gama omisha qamadiitiin fedhii biyya keessaa akka guuttuufi darbitee sadarkaa qamadii gara biyya... Read more »

Biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaan walittihidhuun dinagdeedhaan akka ciman eeggattummaafi hirkattummaa jalaa akka bahan taasisa. Isa kanaafimmoo furtuun barnoota ammayyaan dhaloota ijaaruudha, dargaggoonni keenya barnoota ammayyaa teknolojiin deeggarameen of gahuun caalatti akka hojjetan... Read more »

Itoophiyaatti sagantaan ‘Maaddii Guutuu ykn qonni magaalaa Inisheetiivii Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin labsamee erga hojiirra ooluu jalqabee waggoota lama ta’eera. Hojiin qonna magaalaa masaraa mootummaa keessatti jalqabe kun waajjiraalee mootummaafi magaalota... Read more »