
Mootummaan Itoophiyaa imaammata dinagdee biyyattii fooyyessuu Adoolessa 21 bara 2016 ifoomsee daandii dinagdee haaraa bane. Murteen mootummaa kun dhimma ijoo yeroo dheeraaf Itoophiyaafi jaarmiyaalee maallaqaa addunyaa waldhabsiisaa turerratti jijjiirama kan fide, biyya... Read more »

Guddinni bajata Oromiyaa dheebuu misoomaa hawaasni naannichaa qabu waliin saffisaan dabalaa jira. Caffeen Oromiyaa dheebuu misoomaa naannicha keessa jiru dandamachiisuuf Wiixata darbe bajata naannichaa bara 2017 qarshii biliyoona 285.19 ol raggaasiseera. Bajanni... Read more »

Hangiifi galiin sharafa alaa Itoophiyaan alergii bunaarraa argachaa jirtu waggaa waggaan dabalaa jira. Seenaa alergii buna biyyattii keessatti hangaanis ta’e galii sharafa alaa bunarraa argamuun barana riikordii haaraan galmaa’eera. Buna biyyattiin barana... Read more »

Paarkiin Industirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa torban har’aa qopheessummaa Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaatiin hoggantoota mootummaa naannichaa, abbootii qabeenyaafi keessummoota waamichi taasifameefiin daawwatameera. Daawwannichaan sochiin paarkicha keessa jiru abdachiisaa ta’uu odeeffanneerra. Raawwachiistuu hojii... Read more »

Biyya warraaqsa siyaasaan, hannaa, saamicha, ukkaamsaa gibiraafi taaks`iin dhidhima dinagdee keessa seente halkan tokkotti bayyanachiisuun kan hindanda’amne ta’us tarkaanfiilee jajjaboo mootummaaan haaromsaa gama maraan fudhateen bu’aalee jajjabeessoon galmaa’aniiru. Bu’aalee jajjabeessoon galmaa’anis biyyattiin... Read more »

Ulaan galaanaa maali? Akkamitti argachuun danda’ama? Faayidaan ulaa galaanaa maali? Seerotni mootummoota gamtoomanii ulaa galaanaa ilaalchisee tumame maal jedha? Itoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf maal gochuu qabdi? Dhimma kana ilaalchisuun gaafdeebii Yunivarsitii Finfinneetti,... Read more »

Riizoortiifi Ispaan Beellemaa qarshii miiliyoona 700 oliin Abbaa Qabeenyaa Kabbadaa Beellamaan Magaalaa Buraayyuu, naannawaa Mandara Diyaaspooraatti ijaarame Sanbata darbe bakka Kantiibaan Magaalaa Shaggar Doktara Tashoomaa Addunyaafi keessummoonni waamichi taasifameef argamanitti eebbifameera. Kantiibaa... Read more »

Imala Itoophiyaa badhaate ijaaruu Ministirri Mummee Doktar Abiyyi Ahmad qabatan milkeessuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee guddina dinagdee biyyattiis ta’e naannichaa ariifachiisan hedduu raawwachaa jira. Keessumaa ce’umsa qonnarraa gara industiriitti taasifamu milkeessuuf riifoormiwwan... Read more »

Biyyootni akka Masriifi Sa’ud Arabiyaa waggoota shan dura gurmuu ‘Gamtaa walta’iinsa biyyoota Galaana Diimaa’ jedhamu tokko hundeeffatanii dhimmi nageenyaafi fayyadamummaa galaanichaas kan isaan qofa ilaallatu fakkeeffatan. Isaaniin ala biyyootni jaha kanneen akka... Read more »

Obbo Saahilee Bartaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa, Godina Guraagee, Aanaa Imidbir, Magaalaa Imidbir jiraatu. Obbo Saahileen hojjetaa mootummaa turan. Yeroo ammaa soorama bahanii maatii isaanii waliin waldaan gurmaa’uun hojii loowwan aannanii horsiisuurratti bobba’anii... Read more »