Hattummaa misooma albuudaa Oromiyaa qoraa jiru

Hojiilee Abbaa Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaaf kennaman keessaa qorannoo qabeenya albuudaawwanii geggeessuu, hayyama kennuufi hayyama kenname bulchuufaan ni eeramu. Abbaan taayitichaa, albuudota gati jabeeyyii (‘precious metals’) Oromiyaatti argaman kanneen akka warqii, imeraaldii,... Read more »

Hojiin kontirobaandii ittisuuf raawwatamaa jiru cimee ittifufuu qaba

Akka Dhaabatni Gumurukii Addunyaa ibsutti, kotirobaandii jechuun adeemsa seeraan alaatiin omishuu, bakkaa bakkatti geessuu, fudhachuu, abbaa itti ta’uu, raabsuu, bituufi gurguruu akkasumas haala mijeessuu jechuudha. Labsiin Gumurukii Itoophiyaa 859/2006 akka ibsutti, seerotaafi... Read more »

Horsiisaafis iccitii kan ta’e faayidaa kanniisaa

Qabeenya uumamaa biyyattiin qabduufi ittiin beekamtu keessaa tokko qabeenya kanniisaati. Faayidaa kanniisaa keessaa kan beekamaa ta’eefi bal’inaan bu’aarra oolaa jiru immoo damma yemmuu ta’u, Itoophiyaan dammaafi bu’aawwan dammaatiin Afrikaa keessaa sadarkaa duraa... Read more »

Milkaa’ina damee qonnaa; fooyya’insa qonnaan bulaatiin

Itoophiyaan biyyoota jalqaba qonna eegalan keessaa ishee tokko yemmuu taatu, gosoota sanyii garaa garaa omishuudhaanis kan beekkamtuudha. Sanyiiwwan biyyattii keessatti omishaman kunnuunis haala qilleensa naannawaa irratti kan hundaa’aniifi omishtummaansaaniis haaluma kanaan kan... Read more »