
Itoophiyaan qabeenya leemmanaatiin biyyoota Afrikaarraa sadarkaa duraarratti argamtus faayidaa argachuu maltu hinarganne. Kanaaf ammo sababni inni guddaa xiyyeeffannaa dhabuu damichaa ta’uu ogeessoonni ni dubbatu. Kanuma ilaalchisuun Komishiniin Naannawaa, Bosonaafi Jijjiirama Qabeenya Qilleensaafi... Read more »

Waggaa tokko darbetti keessumaa gama siyaasaatiin biyya keenyatti jijjiramoonni hedduun galmaa’aniiru. Dameewwan dinagdee mootummaa qofaan qabamanii turan gara dhuunfaatti naannessuunis tarkaanfiilee fudtaman keessatti kan eeramuudha. Yeroo bulchiinsa mootummaa haaromsaa Dorkar Abiyyi Ahmadiin... Read more »

Oromiyaan qabeenyaa humna namaafi uumamaatiin badhaatuu yoo taatuu, hanga ammaa misoomaarra hinoolle. Biyyattii keessa humna namaa ogummaa garagaraatiin leenji’eefi qabeenya uumamaa jiru misooma walirraa hincinneetti jijjiiruun eegalamuus hanga barbaadame akka hintaane ragaaleen... Read more »

Magaalaan Naqamtee godinaalee Qellam Wallaggaa, Wallagga Lixaafi Horroo Guduruu Wallaggaaf wiirtuudha. Magaalaan kun Finfinneerraa kiiloo meetira 325 fagaattee kan argamtu yoo taatu, sirnoota darbanirraa kaasee hanga yeroo dhiyootti misooma hawaas-dinagdeerraa sirnaan fayyadamaa... Read more »
Warshaan Simiintoo Daangotee ALA bara 2015 Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa, Ganda qonnaan bulaa Ulaa goraa naannoo magaalaa Mogor argamuutti lafa heektaara 137 irratti hojiisaa eegale. Finfinneerraa... Read more »

Sagantaan sochii gibiraafi taaksii mataduree, “Dirqamakoo nan bahadha, mirga koos nan gaafadha’ jedhuun Sanbata darbe Oromiyaatti ifatti eegalameera. Sagantichi waggaa guutuuf kan turu yoo ta’u, hanga sadarkaa gadiitti itti fufiinsaan adeemsifama. Kaayyoon... Read more »

Waggoota kurnan lamaan darban keessa warraaqsa siyaasaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa tureen lubbuun lammiilee hedduun darbeera; gaaga’amni qabeenyaafi xiinsammuu qaqqabes tokko lama miti. Ta’us, injifannoon cululuqaa gama siyaasaan argame hunda gammachiiseera. Warraaqsicharraa kan... Read more »
Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaatti Finfinneerraa kiiloo meetra 114 fagaattee kan argamtu Magaalaan Amboo, baldhinni lafashee heekitaara kuma 8fi 578 ta’uu ragaaleen ni mul’isu. Gandoota jaha kan qabdu magaalaattiin, ummata kuma 122 olitti... Read more »
Dubartiin haadha; ogeettiidha. Jiruufi jireenya keessattis gama maatii gargaaruutiin qooda dubartiin qabdu daran olaanaadha. Kanarraa kan ka’e hawaasni biyyattii, “Dubartiin ‘mi’eessituu’ jireenyaati” jechuun shoora isheen qabdu ibsa. Kunimmoo dubartiin dhiirarra obsa kan... Read more »

Waldaan Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Oromiyaa (WALQO)n ji’oota torba darban keessa qarshii biliyoona 1.82 liqeessuun lammiilee kuma 142 oliif tajaajila liqaa adda addaa kennuun hawaasaa bal’aa fayyadamoo taasisuusaa beeksise. Tajaajila liqaa addaddaafi gama... Read more »