Waggoota kurnan lamaan darban keessa warraaqsa siyaasaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa tureen lubbuun lammiilee hedduun darbeera; gaaga’amni qabeenyaafi xiinsammuu qaqqabes tokko lama miti. Ta’us, injifannoon cululuqaa gama siyaasaan argame hunda gammachiiseera. Warraaqsicharraa kan... Read more »
Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaatti Finfinneerraa kiiloo meetra 114 fagaattee kan argamtu Magaalaan Amboo, baldhinni lafashee heekitaara kuma 8fi 578 ta’uu ragaaleen ni mul’isu. Gandoota jaha kan qabdu magaalaattiin, ummata kuma 122 olitti... Read more »
Dubartiin haadha; ogeettiidha. Jiruufi jireenya keessattis gama maatii gargaaruutiin qooda dubartiin qabdu daran olaanaadha. Kanarraa kan ka’e hawaasni biyyattii, “Dubartiin ‘mi’eessituu’ jireenyaati” jechuun shoora isheen qabdu ibsa. Kunimmoo dubartiin dhiirarra obsa kan... Read more »
Waldaan Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Oromiyaa (WALQO)n ji’oota torba darban keessa qarshii biliyoona 1.82 liqeessuun lammiilee kuma 142 oliif tajaajila liqaa adda addaa kennuun hawaasaa bal’aa fayyadamoo taasisuusaa beeksise. Tajaajila liqaa addaddaafi gama... Read more »
Oromiyaatti gootota misoomaa 717 filatamuun torban darbe Magaalaa Adaamaatti meedaaliyaa badhaafamaniifi beekamtii argatan keessaa qonnaan bultootni buleeyyiin shantamni gara invastimantiitti ce’aniiru. Goototni misoomaa kunneen ammoo akkaataa kaappitaala galmeessisaniin kan badhaafaman yoo ta’u,... Read more »
Mootummaan Itoophiyaa waggoota kurnan sadan darbanirraa kaasee Baankii Addunyaa, dhaabbilee faayinaansii addaddaafi biyyoota Lixaa dureeyyii ta’an kanneen akka Faransaayi, Jaappaan, Ameerikaa Kaabaa (‘USA’)fi Biritaaniyaarraa liqiifi deggarsa maallaqaa fudhachuun bu’uuraalee misoomaa guguddoo ijaarsisaa... Read more »
“Jijjiiramoota biyyattii keessatti mul’achaa jiraniif ummatni Oromoo gatii olaanaa akka kanfale beekamaadha. Kana immoo dingdeerrattis agarsiisuun barbaachiisadha. Haa ta’u malee Oromoon lafti isaa lafee isaa ta’ee jiraatu iyyuu akka hintaaneen harkaa fuudhameera.... Read more »
Rakkoolee walitti hidhamiinsa gabaa qonnaan bultootaafi warshaalee addaddaa gidduu jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise. Hoggantootni ejensichaa Roobii darbe abbootii warshaalee paastaa, mokoronii, daabboo omishaniifi yuuneeniiwwan wajjin ta’uun omisha... Read more »
Akka biyyaatti hojiileen misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa lafa hektaara miliyoona tokkoofi kuma afurii ol deebisanii misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ragaaleen Ministeera Qonnaarraa argaman ni mul’isu. Akka Oromiyaattis hojiin misooma sululaafi kunuunsa... Read more »
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii erga hundeeffamee waggoota afur kan lakkoofsise yoo ta’u, umurii gabaabaa keessatti paarkiiwwan indastirii 11 ijaarsisuu danda’eera. Kanneen keessaa paarkiiwwan indastirii jaha hojii keessa seenuun misooma dinagdee biyyattii utubaa... Read more »