Diggaatti sochii waldaalee IMX

Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Diggaa, Magaalaa Guddattuu Arjootti akaakuu hojii daldala elektironoksii maqaa Waldaa Shariikaa Zarihuunfa’aa, baay’inaa miseensaa dhiirota afuriifi dubartii tokkoon kaapitaala ka’umsaa qarshii kuma 13n kan hundaa’e yoo ta’u, yeroo... Read more »

Dhaabbii biqiltuu; faayidaa iddoo ittidhaabamuurratti hundaa’een

Yeroo jiruun biyya lafaa gaaffii keessa galaa jirtutti, rakkooleen uumamaafi namtolchee addunyaa qoraa jiranitti, kan uumamni uumaasaatiif abboomamuu didee harkasaatiin balaa ofitti fide,  yeroo hamaa waan hundumaati. Jalqabumarraa kaasee sochiin dhalli namaa... Read more »

Giddugaloota gabaa omisha qonnaa Finfinneefi abdii fayyadamummaa qonnaan bultoota Oromoo

Osoo qonnaan bulaan umriisaa guutuu omishu motor saaykilii ykn doqdoqqee hinbitanne; faddaalli ykn dhaadhessaan/ faddaalli gaafa lafti  qotamu hinbeekne, shunkurtiin dhaabamu quba hinqabne, qorichi biifamuufi aramamu daboo itti hinbaane guyyaa gurgurtaa qofa... Read more »

Kilaastaraan qotuun faayidaa maalii qaba?

Godinaalee Oromiyaa omisha qamadiifi garbuutiin daran beekaman keessaa tokko Godina Arsiiti. Haalli teessuma lafa qonnaa godinichaas qonnaan bultoonni gurmaa’anii kilaastaraan akka omishaniifi makaanaayizeeshinii qonnaa akka fayyadamaniif mijataadha. Makaanaayizeeshinii qonnaa fayyadamuudhaan kilaastaraan qotuun... Read more »

Bunaafi nagaa hindhbaniinaa

Maalummaa afoolaa yunivarsiitittan dhagahee; baradhe. Amma afoolli maali? jedhee gara hiikasaatti hin seenu. Seenus keessaa bahuun rakkoo waan ta’eefi. Garuu gosawwan afoolaa keessaa mammaaksa ilaalchisee yeroo hunda yaada tokkotu sammuutti na dhufa;... Read more »

Lafa fardeen irra garmaamaa turanitti omisha garbuu kilaastaraan misoome Yeroo ammaa ummatni Oromoo seenaa qabsoo siyaasaa gaggeessaa ture injifatee warraaqsa misooma dinagdee keessa seenuun tattaaffii olaanaa taasisaa jirudha. Keessamattuu ummatichi wabii midhaan... Read more »

Ce’umsi gara inveterummaatti taasifamu utubaa warraaqsa dinagdeeti

Warraaqsa siyaasaa akka Itoophiyaatti waggoota lama dura taasifamaa tureen hubaatiin sochii hawaas dinagdee lammiileefi biyyaarra gahe daran olaanaadha. Fayyadamummaan lammiilee keessumaa dargaggootaa haalaan mirkanaa’uu dhabuun rakkoo hojidhabdummaa babal’ateen harki waan hojjetee bulu... Read more »

Warshaa qoricha namaa, dawaa dinagdee yeroo ammaa

Biyyi hir’ina daldala alaa keessa jirtu takka sababoota hir’ina sanaa tokko lama jettee adda baafachuudhaan fala furmaataa kaa’uun dirqamasheeti. Hir’inni daldala alaa kun immoo meeshaalee hedduu omishanii biyya alaatti erguu dadhaburraa kan... Read more »

Ka’umsi xiqqoon irrumaan dabala

Namootni baay’een waa’ee jiruufi jireenyaa kallattii addaddaatiin hiika itti yaa kennan malee galmisaanii tokkichuma. Tokko tokko jiruun bu’aa ba’ii hedduutiin kan guutamte waan taateef, akka waan mana barumsaa taateetti fudhatu. Kunis imala... Read more »

Kaappitaalli yaaduma ofiiti

Yeroo tokko tokko jireenyi addunyaa kanaa baasanii buusanii; akkasumas fageessanii yoo ilaalan waan dhoksaa fakkaatti. Si’a tokko tokko ammoo carraa ykn hiree namni tokko wayita biyya lafaa kanarra jiraatu uumamumaan kennamuuf ta’eetu... Read more »