Karoorri “Lafti kamuu hagabuu buluu hinqabu” jedhu kan Ministira Muummee Doktar Abiyyiin diriire Itoophiyaa lafa qonnaa dhibbantaa 74 ol qabdu keessaa dhibbantaa 14 qofa hojiitti hiikteef hiika guddaa qaba. Osoo lafti qonnaa... Read more »
Waggoota muraasa dura pirojektoonni misoomaa eegalaman xumuramanii eebbifamanii osoo hintaane waggaa hamma kana harkifataniitu oduu miidiyaa ta’aa ture. Pirojektoonni misoomaa dhagaan bu’uuraa kaa’ameefii dhadhaa abidda buute ta’aanillee hedduu turan. Tibba tokko irra... Read more »
Biiroon Lafa Oromiyaa torban darbe Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti raawwii karoora hojii bara 2014fi qophii karoora hojii bara 2015 irratti mari’ateera. Hoggantoonni bulchiinsa lafaa sadarkaa naannoo, godinaalee, aanaaleefi bulchiinsa magaalaatti jiran... Read more »
Itoophiyaan biyya qabeenya uumamaatiin badhaate akka taate ni himamaaf. Keessumaa albuudoota akaakuu addaddaa baay’inaan qabdi. Ta’uus sababoota garagaraatiin faayidaa irraa argachuu qabdu argachaa hinturre. Inumaayyuu naannawa albuudi keessaa ba’u rakkoolee hawaas dinagdee... Read more »
Lafa Aadaafi seenaa, duudhaa ganamaafi madda Oromoota, madda hayyootaafi goototaa tan uumamaan badhaateefi aaliin eebbifamte. Warra aadaa Oromtichaa isa ganamaa irraa hedduu hin fagaanne, sochii guyyaa guyyaafi simannaa keessummaa kamittuu keessatti uffannaa... Read more »
Waasihun Takileetiin “Hojiin nama barbaada; namni hojii barbaada” jedhu hayyoonni miirri kutannaa dinagdeen of jijjiiruu nama keessa jiraannaan hiyyummaa seenaa gochuun akka dandahamu eenyumaafuu mul’ata dhokate miti. Aadaa gaarii qabna, aadaa qabnu... Read more »
Kutaa qophiitiin Yaa’ii idilee 13ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Marsaa ja’affaa, bara hojii tokkoffaa Kibxata darbe adeemsifameen miseensonni marichaa gaaffiilee siyaas dinagdeefi hawaasummaa kan dhiheessan yoo ta’u, Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi... Read more »
Sanbattan darbe handhuurri Oromiyaa, Finfinneen sagantaa Oromoof hiika olaanaa qabu tokko keessummeessitee turte. Keessumaa naannawaan Boolee Oromoo Oromoo urgaa’aa dabarse. Namoonni baay’ee uffannaa aadaa Oromootiin faayamanii, Afaan Oromootiin dubbachaa deemu. Sirbi fagoodhaa... Read more »
Haroon Dandii Haroowwan Oromiyaan qabdu keessaa tokko yoo ta’u, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii ganda Dandii Muummichaatti argama. Haroon danaan teessumasaa lakkoofsa saddeet fakkaatu kun Finfinnee irraa kiilomeetira 108, magaalaa guddittii aanichaa... Read more »
Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa Dilbata darbe yaa’ii waliigalaa isaa tokkoffaa Finfinnee, Galma Hoteela Dijamootti adeemsiseera. Yaa’icharratti gabaasni odiitii waldichaa Caamsaa bara 2012 hanga Waxabajjii 2013tti jiruufi raawwiin hojii waliigala waldichaa... Read more »