
Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif gara Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo misooma koriidariitiin daran miidhagdeef miidhagaa jirtu deemnetti waa’ee abbaa qabeenyaa tokkoo dhageenye. Abbaan qabeenyaa kun ijoollummaasaaniirraa kaasanii bizinasii wajjin walittidhiyeenya akka qabaniifi tattaaffii... Read more »

Ogeessonniifi hayyoonni damee qonnaa qonni Itoophiyaa jijjiirameera; ce’aa jira jechuun sadarkaa guddina qonnaa yommuu ibsan ni dhaga’ama. Keessumaa waggoota torban darban yeroo mootummaa jijjiiramaa jedhamuun beekamutti dameen kun bu’uurarraa jijjiiramaa jiraachuutu himama.... Read more »

Fooramiin Invastimantii Idil addunyaa “Invast Itiyoophiyaa 2025” 3ffaan qindeessummaa Komishinii Invastimantii Itiyoophiyaa, Ministeera Maallaqaafi Dhaabbilee deeggartoota misoomaatiin Wiixataafi Kibxata darbe Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Aanga’oonni mootummaa, invastaroonni addunyaa, dippilomaatonni, deeggartoonni misoomaafi keessummoonni biroon... Read more »

Eksipoon ‘Itoophiyaan Haa Omishtuu’ marsaa sadaffaa Ministeera Daldalaatiin qophaa’e Ebla 25-29 bara 2017tti Finfinnee, Wiirtuu Konveenshinii Intarnaashinaalii Addisitti adeemsifameera. Eksipoo guyyoota shaniif adeemsifame kanarratti omishtoonni sektaroota dhuunfaa 288 hirmaachuun omishaalee biyya keessatti... Read more »

Jijjiirama dinagdee gooroo dura doolaarri gabaa idileerraa qarshii 58 gabaa gurraacharraa ammoo qarshii 122 ta’uun sochii dingdee biyyattii sakaaluu bira darbee sirni gabaa jeequmsa hamaa keessa galee turuun ni yaadatama. Jijjiirama kanaan... Read more »

Umrii ganna 78 olii kan qabu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa sadarkaa Afrikaatti maqaa gaarii kan qabu yoo ta’u; waggaatti imaltoota miliyoona 25 qofa keessummeessaa jira. Itoophiyaa ka’umsasaa godhatee biyyoota 142 walquunnamsiisuun maqaasaa kan... Read more »

Yeroo ammaa bakkeewwan baay’eetti nyaatiwwan, faayawwaniifi uffatawwan aadaa ibsama eenyummaa saba tokkoo ta’uurra darbee madda dinagdeellee ta’aa jiru. Namoonni baay’een mana nyaataa akkasumas mana uffata aadaa banachuun dhagaa tokkoon simbira lama akkuma... Read more »

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Wiixata darbe Magaalaa Shaashamanneetti tiraaktaroota kuma tokkoofi 402 qonnaan bultootaafi waldaalee intarpiraayizii maaykiroofi xixiqqaaf dabarse. Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haasaa sirnicharratti taasisaniin akka jedhanitti, warraaqsi... Read more »

Kaayyoon hundeeffama Magaalaa Shaggar saamicha lafaa maqsuun sirna bulchiinsa lafaa ammayyaawaa guddina hawaasa naannoofi badhaadhina biyyaaf akka oolu taasisuudha. Magaalaan kun qabeenya uumamaa qabduufi magaalaa guddoo biyyattiirraa fageenya gabaabaarratti argamuunshee filannoo abbootii... Read more »

Bu’uuraalee misoomaa hawaasaaf murteessaa ta’an keessaa daandiin isa tokko ta’uun ni beekama. Ta’us, akkaataa barbaadameen misoomuu dhabuurraa kan ka’e hawaasni baasii hinmalleef, gaaga’ama dinagdeef, tajaajila hawaasummaa garagaraaf akka saaxilamuufi omishasaa gatii gadaanaan... Read more »