Paarkii Tokkummaa keessaa

Paarkiin Tokkummaa iddoowwan hawwata turiistii jaha qaba. Isaanis Hola (Leenca Gurraacha), iddoo biqiltuu biyya keessaa, ibsituuwwan duudhaalee naannolee, bakka magariisaa, iddoo beeladootaa, gamoowwan seenaqabeeyyii masarichaati.

Leenca Gurraachaa

Holqa miidhaginaan tolfameefi dheerina meetira 175 qabu  kana keessa ta’aniifi naannawasaa naanna’anii oggaa daawwatan irra jireessaan kan mul’atu leenca abbaa goofareeti. Leenci abbaa goofaree gurraachaa kun naannawa Baaleefi Dhedheessaatti argama.

Gaazexaa Bariisaa Onk 29/2012

Recommended For You

6 Comments to “Paarkii Tokkummaa keessaa”

  1. Pingback: lsm99live.net
  2. Pingback: Ostheimer
  3. Pingback: view website
  4. Pingback: lion123
  5. Pingback: strip promo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *