Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa Afrikaa (“CHAN”) jedhamuun beekamuufi taphattoonni liigiiwwan biyyaa keessatti taphatan qofti irratti hirmaatan waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa adda addaatti adeemsifama.
Shaampiyoonaan kun ALA bara 2009 qopheessummaa Koti’divaariin biyyoota gulaalaa darban saddeet jidduutti yoo ta’u, Rippablikiin Diimokraatik Koongoo tapha maahessaattin Gaanaa 2-0n mo’achuun abbaa waancaa taateetti.
Shaampiyoona kanarratti biyyoonni 30 taphawwan gulaalaa kan adeemsifatan yoo ta’u, carraa shaampiyoonicharratti hirmaachuu kan argatan garuu saddeet qofa.
Haata’u malee biyyoonni Afrikaa hedduun hirmaachuuf gaafii dhiheessaniin ALA bara 2011 irraa kaasee konfedereeshinichi hirmaattota dabaluusaatti ammaan tana biyyoota 16 jidduutti gaggeeffama.
Haaluma kanaan shaampiyoonichi yeroo jahaffaaf ALA bara 2020 qopheessummaa Kaameeruuniin biyyoota 16 jidduutti adeemsifama jedhamee eegama.
Itoophiyaan shaampiyoonaa kana qopheessuuf pirezedaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa duranii, Obbo Junaddii Bashaatiin asxaa qopheessummaa fudhattus sababii adda addaatiin hin dandeessu waan jedhameef Kaameeruun akka qopheessitu ta’eera.
Ta’us gareen kubbaa miilaa Itoophiyaa, Waaliyaanis shaampiyoonaa kanarratti hirmaachuuf walmorkii gulaala gulaalaa duraa adeemsifachaa jira.
Waaliyaan tapha gulaala gulaalaa duraa kana torban kana keessa garee Jibutii wajjin Jibutiitti adeemsifachuudhaan galcha 1-0n mo’atee biyyatti deebi’uunsaa kan yaadatmuudha. Walmorkiin deebii ammoo boru Dirree Dhawaatti gaggeeffama
Waaliyaan tapha kanaan yoo mo’ate walmorkii ittaanu garee Ruwaandaa wajjin akka taasifatu sagantaan konfedereeshinichaa ni ibsa.
Tashoomaa Qadiidaatiin
Gaazexaa Bariisaa Adoolessa 27/2011
slot212
Hi to every single one, it’s actually a good for me to visit this website, it includes
useful Information.
godownloader. com
Thanks on your marvelous posting! I certainly enjoyed reading it, you can be a great author.
I will make certain to bookmark your blog and may come back someday.
I want to encourage you continue your great writing, have a nice holiday weekend!
nagasaon sydney sabtu
I do consider all the ideas you have introduced for your
post. They’re really convincing and can definitely work.
Still, the posts are too brief for beginners. Could you
please prolong them a bit from next time? Thank
you for the post.
sokuja sokuja sokuja sokuja (https://northernfortplayhouse.com/)
If you wish for to increase your familiarity just keep visiting this website
and be updated with the newest news posted here.
kamplengan hk
Everyone loves what you guys are usually up too.
This kind of clever work and exposure! Keep up the amazing works guys I’ve you guys to
blogroll.
pragmatik play pragmatik play pragmatik play
Outstanding story there. What occurred after?
Thanks!
dultogel dultogel dultogel dultogel
These are actually great ideas in on the topic of blogging.
You have touched some fastidious points here. Any way keep up wrinting.
wdbos wdbos wdbos
wdbos
Good article! We will be linking to this great article on our website.
Keep up the good writing.
gacor77 gacor77 gacor77 gacor77
This is a topic that is close to my heart…
Take care! Exactly where are your contact details though?
omtogel omtogel omtogel
I think this is among the most vital information for
me. And i’m glad reading your article. But want to remark on few general things, The website style is ideal, the articles is really excellent : D.
Good job, cheers
gelas togel gelas togel gelas
togel
I believe that is among the such a lot vital information for me.
And i am happy studying your article. But want to observation on some general things,
The web site style is ideal, the articles is
really excellent : D. Just right process, cheers
hantuslot hantuslot hantuslot
I really like your blog.. very nice colors & theme.
Did you design this website yourself or did you hire someone to do it for you?
Plz answer back as I’m looking to design my own blog and
would like to find out where u got this from.
cheers
pelangi88 pelangi88 pelangi88
Good day! I could have sworn I’ve visited this blog before but
after looking at many of the articles I realized it’s new to
me. Anyhow, I’m certainly pleased I stumbled upon it
and I’ll be bookmarking it and checking back often!