Finfinneetti sagantaan misooma manneenii haaraa akka eegalamu ibsme

Finfinnee: Manni maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, yaa’ii idilee sadaffaa bara hojii jahaffaasaa Kamisarraa eegalee guyyoota sadiif geggeessaa jirurratti sagantaan misooma manneen haaraa akka eegalamu ibsame..

Mana marichaaf gabaasa raawwii bara 2011 kan dhiyeessan kantiibaa ittaanaan Magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa rakkoo mana jireenyaa jiraattota magaalattii furuuf sagantaan misooma manneenii haaraa kan eegalamu ta’uu  himan.

Kanaafis, lafti hektaara kuma tokkoofi 500 ni qophaa’a, dhaabbileen damee dhuunfaas irratti hirmaatu jedhan.

Hojiilee ijoo bulchiinsi magaalichaa bara darbe hojjete oggaa himanis, magaalattiitti iddoowwan waggoota hedduuf osoo hinmisoomiin turan kuma 25 kan bal’inni isaanii hektaara 600 ta’u baankii lafa mootummaatti deebi’uu ibsaniiru.

Hordoffiifi lakkaawwii manneen jireenyaa bara 2011 keessa taasifameen, manneen gandaa seeraan ala qabamanii turan kuma sadii namoota harka qal’eeyyiifi maanguddootaaf akka kennamu taasifameeras jedhan.

Kana malees, baruma darbe kana lammiilee kuma 163f carraan hojii uumamuu kan himan Injiinar Taakkalaan bara 2012 jiraattota magaalattii kuma 250f carraa hojii uumuuf akka hojjetamu himaniiru.

Sochii daldalaa magaalattiif rakkoo ta’ee kan jiru daldala seeraan alaa gama hir’isuutin daldaltootni seermaleeyyiin kuma 13 gara hojimaata seera qabeessaatti akka galan taasifamaniirus jedhan.

“Bara bajataa xumurametti daa’immaniifi dargaggoota daandiirra jiraataa turan kuma 10 kaasuun kaawwan leenjii ogummaa akka argatan, warri kaan immoo maatiisaaniitti akka makaman ta’eera” jedhan.

Bara 2011 keessa hojiin tola ooltummaa qarshii miliyoona 100ti tilmaamamu hojjetamuu kan himan Injinaar Taakkalaan, magaalattiitti manneen harka qal’eeyyiifi maanguddootaa heddu haaromsamuun akka danda’ame himaniiru.

Hojiin tola-ooltummaa kun hawaasa magaalichaan aadeeffatamaa akka jirus dubbatan.

Gama biraatin, daddabarsi maallaqaa seeraan alaa, meeshaa waraanaa, boba’aa kuusanii dhoksanii gurguruufi saamichi doqdoqqeedhaan raawwataman rakkoolee nageenyaa ijoo magaalattii ta’anii turuus himaniiru.

Hojii gama seera kabachiisuun hojjetameen, keessattuu ittisa doqdoqqeewwan irratti taasifameen saamichi magaalattiitti raawwatamaa ture hir’achuusaa dubbatan.

Rakkoolee bulchiinsa gaariifi kunneen biroo magaalattiitti mul’atan furuufis jiraattota wajjin mariiwwan taasifamaa turuu eeraniiru.

Haaluma kanaan, “Bara bajataa xumurametti jiraattota kuma 200 wajjin kallattiin walagarree mari’anneerra,” jedhan Injinaar Taakkalaan.

Dabalataanis rakkoolee kenniinsa tajaajilaa dhaabbilee mootummaa keessatti mul’atan furuuf hojiin labsiileefi qajeelfamoota fooyyessu hojjetamuusaa dubbatan.

Kana malees, tajaajila si’ataa hawaasa biraan gahuuf hojjettoota kuma 100f  leenjin dandeettii cimsuu kennameera jedhaniiru.

Hoggansi jijjiiramaa hojiisaa kan eegale fooyyessa qabatamaa gochuuf hojjetaa akka ture eeranii, bulchiinsi magaalattii kaabineesaarraa eegalee hanga aanaaleetti jijjiirama caasaa hojjettoota kuma 47 qabate gochuusaa himaniiru.

Pirojektiin bishaan dhugaatii guyyaatti bishaan meetir kuubii kuma 44 omishii danda’uufi jiraattota magaalattii kuma 400 fayyadamoo taasisu kurmaa jalqabaa bara bajataa kanatti xumuramee tajaajilatti ni seena jedhaniiru.

Karrawwan shanan magaalattiirratti  wiirtuuwwan qonnaan bultoonni omishasaanii ittikuusaniifi gabaaf itti dhiyeessan ijaaruuf qophiin taasifamaa jiraachuu kantiibaa ittaanaa Taakkalaan dubbaniiru.

Ijaarsi  mandara jireenyaa ammayyaan qarshii biliyoona 60n naannawa Laga Harreetti adeemsifamaa jirus si’aayaa jiraachuu ibsanii, hojiin pirojektii miidhagsa Shaggar qarshii biliyoona 30n geggeeffamaa jiruufi pirojektii Adwaa dalatee pirojektonni jaha si’aayinaan qarshii biliyoona 10.7n raawwatamaa jiru jedhaniiru.

Bara barnootaa dhufuuf dabtarii miliyoona 7.2, yuniformii barattootaa kuma 600 tolaan dhiyeessuufi sagantaa daa’imman kuma 300 sooruu eegaluuf haala milkaa’ina qabuu raawwatamaa jiraachuu himaniiru jechuun odeeffannoon ‘FBC’fi fuula feesbuukii Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneerraa argame kan ibsa.

Recommended For You

26 Comments to “Finfinneetti sagantaan misooma manneenii haaraa akka eegalamu ibsme”

  1. Contraria sunt complementa — Противоположности дополняют друг друга.

  2. Pingback: blote borsten
  3. Pingback: animal porn
  4. Pingback: animal porn
  5. Pingback: anan脹n am脹
  6. Pingback: child porn
  7. Pingback: porn
  8. Pingback: Cocuk pornosu
  9. Pingback: child porn
  10. Pingback: child porn
  11. Pingback: porn
  12. Pingback: fuck
  13. Pingback: child porn
  14. Pingback: sex
  15. Pingback: spam
  16. Pingback: porn
  17. Профессиональный сервисный центр по ремонту бытовой техники с выездом на дом.
    Мы предлагаем: ремонт крупногабаритной техники в москве
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  18. Профессиональный сервисный центр по ремонту фототехники в Москве.
    Мы предлагаем: профессиональный ремонт фотовспышек
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!
    Подробнее на сайте сервисного центра remont-vspyshek-realm.ru

  19. Профессиональный сервисный центр по ремонту компьютероной техники в Москве.
    Мы предлагаем: ремонт компьютеров сервис
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  20. Профессиональный сервисный центр по ремонту компьютерных блоков питания в Москве.
    Мы предлагаем: ремонт блоков питания corsair
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  21. Наткнулся на замечательный интернет-магазин, специализирующийся на раковинах и ваннах. Решил сделать ремонт в ванной комнате и искал качественную сантехнику по разумным ценам. В этом магазине нашёл всё, что нужно. Большой выбор раковин и ванн различных типов и дизайнов.
    Особенно понравилось, что они предлагают купить раковину для ванной в москве. Цены доступные, а качество продукции отличное. Консультанты очень помогли с выбором, были вежливы и профессиональны. Доставка была оперативной, и установка прошла без нареканий. Очень доволен покупкой и сервисом, рекомендую!

  22. Хочу поделиться своим опытом ремонта телефона в этом сервисном центре. Остался очень доволен качеством работы и скоростью обслуживания. Если ищете надёжное место для ремонта, обратитесь сюда: ремонт телефонов радиотелефонов.

  23. <a href=”https://remont-kondicionerov-wik.ru”>профессиональный ремонт кондиционеров</a>

  24. Профессиональный сервисный центр по ремонту компьютероной техники в Москве.
    Мы предлагаем: сервисный центр по ремонту компьютеров москва
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *