Hariiroo obbolummaa dhiigaan walitti hidhame

Adaamaa: Ummatni Oromoofi Somaalee durirraa kaasee akka ummata tokkootti nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa kan turan yoo ta’u, har’as taanaan gammachuufi gadda qaban walumaan qooddachaa ummata jiraataniidha. Waggoota muraasa darban asitti garuu shira... Read more »

Doktar Abiyyi badhaasa nageenyaa ‘UNESCO’ injifatan

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (‘UNESCO’) qopheessu injifatan. Badhaasni nageenyaa Doktar Abiyyi injifatan; nageenya fiduu, kabachiisuufi tursiisuuf gumaacha taasisaniini. Badhaasni injifatanis kan... Read more »

Doktar Nagaasoo Gidaadaa afaan firootaafi waa’illansaaniitiin

-Obbo Elsaayi Gidaadaa (Obboleessa quxisuu) “Doktar Nagaasoon akkuma obboleessi kamuu obbalaasaafi maatiisaa jaalatutti maatiifi firootasaatiif jaalala guddaa qaba. Nama hundaa walqixa jaalata. Walbirattis nu jaalata. Hamma danda’etti bakka gaddaattis gammachuutti nu biratti... Read more »

Hayyicha seenaafi siyaasaa, Doktar Nagaasoo Gidaadaa bara 1933 – 2011tti

Pirezidaantiin duraanii Mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI), Doktar Nagaasoo Gidaadaa Qaam’ee 3 bara 1935tti abbaasaanii Luba Gidaadaa Soolaniifi haadhasaanii Aadde Dhinsee Shooliirraa Naannoo Oromiyaa, Godina Qeellam Wallaggaa, Magaalaa Dambi Doollootti dhalatan.... Read more »

“Fayyadama miidiyaalee hawaasaarratti daangaan taa’uu qaba”

Kutaa 2fa Dubbistoota keenya kutaan jalqabaa gaafdeebii gaazexeessaa Mohaammad Adamoo wajjin taasisne maxxansa keenya torbaniitiin dubbisiisuun keenya ni yaatama. Kutaan ittaanu kunooti. Bariisaa: OMN hundeessuu keessatti gaheen kee maal ture? Mohaammad: Yommuu... Read more »

Maqaafoo Qeeqaa (asoosama gabaabaa)

Kutaa 2fa Dubbistootaa, kutaa tokkoffaan asoosama kanaa Ebla 4 bara 2011 fuuluma kanarratti dhiyaachuunsaa ni yaadatama. Kutaa lammaffaanis akka ittaanutti dhiyaateeraa dubbisa gaarii. Lagni Abbayyaa dhaadachuu garaatti ol deefatee kunuunsee laga Angaritti... Read more »

Aadde Loomii Badhoo du’a Dr. Nagaasoorratti waan jedhan

“Doktar Nagaasoon ummata Oromoo biratti hayyuu seenaa iddoo olaanaafi murteessaa qabaniidha. Yeroo dhimmi Oromummaa kaasuun akka yakkaa guddaatti lakkaa’amaa turetti baratanii barnootasaaniitiin jireenya dhuunfaasaanii fooyyeffachuuf otoo hintaane gidiraafi cunqursaa ummata Oromoorra gahaa... Read more »

buufataaleen Televiziiyoonaafi raadiyoo 16 hayyama fudhatan

Finfinnee: Waggaa tokko keessatti dhuunfaadhaan buufataaleen televiziiyoonaa 13fi raadiyoo sadii hayyama fudhatanii tamsaasa eegaluuf qophiirra akka jiran Abbaan Taayitaa Birodikaastii Itoophiyaa beeksise. Daayirektarri abbaa taayitichaa, Doktar Geetaachoo Dinquu Gaafdeebii Guyyaa Pireesii Addunyaa... Read more »

“Abukaatoonni maallaqa caala olaantummaa seeraatiif dhaabbachu qabu”-Obbo Birhaanuu Tsaggaayee

Finfinnee: Adeemsa siyaasaa keessatti raawwachiiftootni hojii tokko tokko adeemsa mana murtii  gidduu galuun  haqa jallisani dhara olbaasu. Gama birootiin immoo namootni maallaqa qaban carraa kanatti fayyadamuun haqa ofiisaaniitiif hinqabne maallaqaan bitatu.  Biyya... Read more »

Booranni Oromoofi Keeniyaa biyyoota lamaaniif riqicha dippiloomaasiiti jedhame

Finfinnee: Waariin aartii aadaa Oromoo Booranaa Keeniyaa, Naayiroobiitti adeemsifamuusaa Embaasiin Itoophiyaa Naayiroobiitti argamu ibse. Sirnicharrattis Booranni biyyoota lamaan jiraatu riqicha dippiloomaasii ta’uun ibsameera. Keeniyaatti ambaasaaddarri Itoophiyaa Mallas Alam ibsa bilbilaan Kibxata darbe... Read more »