Finfinnee: Istaadiyoomiin hundagaleessaafi Wiirtuu Dargaggoota Wallaggaa waggoota 10 dura ture namoota dhuunfaan kan karoorfame ture. Ka’umsisaas dargaggootni humna omishaa ta’an sochiiwwan ispoortii adda addaarratti hirmaachuun jireenyasaanii akka fooyyeffataniif kan yaadame yoo ta’u,... Read more »
Naqamtee: Taphni guutu Oromiyaa qopheessummaa Komishinii Ispoortii Oromiyaatiin waggaa waggaadhaan adeemsifamu yeroo 25faf Ebla 6 bara 2011 irraa eegalee Magaalaa Naqamteetti adeemsifamaa ture har’aa xumurama. Istaadiyoomii ammayaa Wallagaatti akaakuuwwan ispoortii 20n adeemsifamaa... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaattii walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turte. Isaan keessaa qabxii olaanaa galmeesisaa kan jirtu atileetiksiidhaani. Kanaaf ammoo ragaa kan ta’u walmorkiiwwan biyyoolessaarratti waltajjiiwwan atileetiksii kan atileetonni Itoophiyaa irratti hinrmaanne... Read more »
Qaamoleen tokko tokko ergamaafi faayidaa siyaasa dhuunfaasaaniitiif jecha fageenyarra taa’anii, “Ummanni Wallaggaa nama hinjaalatu, saboota biroofis ulfina hinqabu” jechuun wayita walharkaa fuudhanii hadheessan nidhagahamu. Dhuguma Oromoon Wallaggaa saboota biroo akka ofiisaatti hinjaalatuu?... Read more »
Waggaa tokko darbetti keessumaa gama siyaasaatiin biyya keenyatti jijjiramoonni hedduun galmaa’aniiru. Dameewwan dinagdee mootummaa qofaan qabamanii turan gara dhuunfaatti naannessuunis tarkaanfiilee fudtaman keessatti kan eeramuudha. Yeroo bulchiinsa mootummaa haaromsaa Dorkar Abiyyi Ahmadiin... Read more »
Oromiyaan qabeenyaa humna namaafi uumamaatiin badhaatuu yoo taatuu, hanga ammaa misoomaarra hinoolle. Biyyattii keessa humna namaa ogummaa garagaraatiin leenji’eefi qabeenya uumamaa jiru misooma walirraa hincinneetti jijjiiruun eegalamuus hanga barbaadame akka hintaane ragaaleen... Read more »