Day: April 12, 2019
Asoosaa: Tuluun jibbiinsaa Oromoofi ummatoota Beenishangul Gumuz gidduutti diinaan ijaaramee ture diigamee riqicha jaalalaafi misoomaan walitti hidhamuutti jijjiiramuusaa Pirezidaantiin BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa ibsan. Marii waloo hawaasa Oromoofi Beenishaangul Gumuz gidduutti Kibxata... Read more »
Finfinnee: “Rakkoon ammaan tana biyya keenya iddoowwan tokko tokkotti mul’atu waanuma imala jijjiiramaa keessatti mul’atuudha. Garuu isa booda abdii guddatu jira”. “Otoo abdiin jiraachuu baatee rakkoon gonkumaa hinuumamu ture. Abdii duubaan jirutu... Read more »
Naqamtee: Wallaggi burqaa hayyootaafi qabsaa’otaa kanneen akka Hayilee Fidaa, Abdiisaa Aagaa, Baaroo Tumsaa, Alamaayyoo Atoomsaa, Lammaa Magarsaafi kanneen birooti. Ta’us, sirnoota darbanirraa kaasee hanga yeroo dhiyootti sababa dhiibbaa siyaasaatiin misooma hawaasummaafi dinagdee... Read more »