Boordiin filannoo biyyaalessaa hanga caasaa gadiitti qaama bilisaa ta’uusaa mirkaneessuuf fooyya’insa gochaa jiraachuu beeksise. Walittiqabduun boordichaa, Dubree Burtukaan Miidhagsaa akka jedhanitti, boordichi qaama bilisaa ta’uusaa hanga aanaatti mirkaneessuuf fooyya’insa seeraarratti xiyyeeffatamee hojjetamaa... Read more »
Babal’achuun saayinsiifi teknolojii guddina biyyaa qabatamaan mirkaneessuu keessatti akkuma utubaawwan murteessoo ta’an balaan saayinsiifi teknolojii kana sababa godhachuun dhufummoo kufaatii dinagdeetiif rakkoo hawaasummaa gara garaaf ka’umsa ta’ee mul’ata. Kun ta’us guddinni saayinsiifi... Read more »
Irreechi amantii Oromoo keessaa isa tokkoofi adda dureedha. Irreecha jechuun sirna kadhaafi galata Waaqaaf g o d h a m u u d h a . K a d h a a... Read more »
Ayyaanni hundeeffama ODP waggaa 29fafi imalli jijjiirama waggaa tokkoffaa mataduree, “Ilaafi ilaameen injifannoo siyaasaa tikfachaa, injifannoo dinagdeef ni hojjenna” jedhuun Sanbata darbe sadarkaa naannootti Finfinnee, Galma Barkumeetti kabajameera. Jiraattonni magaalaa Finfinneefi naannawaashee,... Read more »
Ayyaanni hundeeffama ODP waggaa 29fafi adeemsi injifannoo waggaa tokkoffaa torban achi aanu Magaalaa Jimmaatti jiraattonni magaalattiifi naannawashee, hoggantoonni mootummaa, maanguddoonni, barattoonniifi artistoonni adda addaa argamanitti kan geggeeffame. Sirnicharratti kan dubbisne jiraataan Magaalaa... Read more »
Akkuma, mortuun ganama na tolchi galgala naballeessi jetti jedhamu ‘ak jedhan waa tufan makmaakan waa dubbatan’ jedhamus jira. Ummanni Oromoo saba dimokraatawaafi uumamaan seeraafi duudhaa cimaa qabuudha. Bulchiinsa dimokraatawaa sirna Gadaasaas jaarraawwan... Read more »