Maqalee 70 Indartaan liigicha dursaa jira

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigiipiriimeerii Itoophiyaa marsaa lammaffaa, torban 18fa magaalota naannolee adda addaatti kan itti fufe yoo ta’u, Maqalee 70 Indartaan ammas dura deemaa jira. Kilabichi tapha marsaa duraa torban... Read more »

Luusiiwwan carraa harkasaanii galte ofitti dhiphisan

Fifinnee: Olompikiin ammayyaa ALA bara 1896 eddii jalqabamee  waggoota 223 lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti biyyoota miseensota koree Olompikii biyyoolessaa adda addaatti yeroo 31f adeemsifameera. Yeroo 32fa gaggeeffamuf ji’oota 15 qofatu hafa. Olopmpikii... Read more »

Shaampiyoona qaxxaamura biyyaa addunyaa olaantummaan Itoophiyaatiin xumurame

Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’uu yoo ta’u, atileetonni addunyaa beekamoon irratti qooda fudhatu. Jaalattoonni ispoortii atileetiksiis guyyicha hawwii olaanaadhaan eegu. Dorgommiin kun baranas yeroo... Read more »

Artisti Lammaa Guyyaafi hojiilee aartiisaanii

Maxxansa keenya torban darbeetiin waa’ee Artisti Lammaa Guyyaa hojiileesaanii kutaa jalqabaa kan dubbisiisne yoo ta’u, kutaan ittaanus akka armaan gadiitti dhiyaateera. Artistichi Atsee Tewodirosirraa eegalee hanga Obbo Mallas Zeenaawwiiitti namoota Itoophiyaa hogganaa... Read more »

Akeekni qormaata gahumsa ogummaa barsiisotaa maali?

Paakeejiiwwan qulqullina barnootaa qabatamaan mirkaneessuun hawaasa teknolojiidhaan qaroome omishuun biyya hiyyummaa keessaa baasuuf kan gargaarudha. Sosochii kana Itoophiyaa keessatti cimsuuf dameen barnootaa qormaata kenniinsa heeyyama ogummaa barsiisummaa kennuun eegalameera. Nuyis dhimma kana... Read more »

“Namni kamiyyuu afaansaatiin tajaajila argachuu qaba” -Obbo Baqqalaa Garbaa

Durataa’aa Ittaanaan Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Garbaa dhiheenya kana haasawa waa’ee afaaniirratti waltajji tokkorratti taasisanii turaniin qeeqamaa turaniiru. Akka isaan laguu afaanii labsanittis yaadonni garagaraa keessumaa feesbuukiirratti ka’aa turaniiru.... Read more »

Shira siyaasaa keessaa haa baanu

Sirnoota darbanirraa kaasee sirni siyaasa Itoophiyaa daran walxaxaadha. Kunii qaamoleen siyaasaa biyyattii olaantummaan gaggeessaa turan qajeelummaafi gaarummaan hojjechu dhabuurraa kan maddeedha. Kanarraa kan ka’e seenaan, aadaan, amantiin,  duudhaafi afaan ummattoota bal’aa kan... Read more »

Dubbisuun guutuu nama taasisa

Sagantaan torban dubbisaa mataduree, “Dubbisuun guutuu nama taasisa” jedhuun Bitootessa 21-25 bara 2011tti Magaalaa Jimmaatti adeemsifameera. Sagantichi Ejensii Galmeeleefi Mana Kitaaba Biyyaalessaafi Yunivarsitii Jimmaatiin kan qophaa’e yoo ta’u, agarsiifniifi gurgurtaan  kitaabilee, dorgommiin... Read more »

“Anaafi Doktar Abiyyi du’a malee wanti addaan nu baasu hinjiru” -Obbo Lammaa Magarsaa

Miidiyaalee hawaasaaarratti dhimmoonni adda addaa pirezidaantii BMBO, Obbo Lammaa Magarsaa wajjin walqabatan akka komiitti ka’aa turaniiru. Keessumaa dhimma Itoophiyaanummaa, hariiroo ADPfi hariiroo Doktar Abiyyi wajjin qaban, Oromoo Finfinneetti galchuufi waraqaa eenyummaa kennuufi... Read more »

“Yeroo ammaa sodaa tokko malee jiruu keenya gaggeeffachaa jirra” –Oromoota naannoo Sumaalee jiraatan

Jigjigaa: Ummattootni obbola Oromoofi Sumaalee waggoota dheeraaf nagaan waliin jiraachaa turan shira qaamota alaatiin gidduusaaniitti xaxameen walgaarreffachuu bira darbanii sadarkaa inni tokko isa biraa buqqisuutti ga’anii turan. Haala kanaan naannoo Sumaalee keessaa... Read more »