Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigiipiriimeerii Itoophiyaa marsaa lammaffaa, torban 18fa magaalota naannolee adda addaatti kan itti fufe yoo ta’u, Maqalee 70 Indartaan ammas dura deemaa jira. Kilabichi tapha marsaa duraa torban... Read more »
Fifinnee: Olompikiin ammayyaa ALA bara 1896 eddii jalqabamee waggoota 223 lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti biyyoota miseensota koree Olompikii biyyoolessaa adda addaatti yeroo 31f adeemsifameera. Yeroo 32fa gaggeeffamuf ji’oota 15 qofatu hafa. Olopmpikii... Read more »
Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’uu yoo ta’u, atileetonni addunyaa beekamoon irratti qooda fudhatu. Jaalattoonni ispoortii atileetiksiis guyyicha hawwii olaanaadhaan eegu. Dorgommiin kun baranas yeroo... Read more »
Maxxansa keenya torban darbeetiin waa’ee Artisti Lammaa Guyyaa hojiileesaanii kutaa jalqabaa kan dubbisiisne yoo ta’u, kutaan ittaanus akka armaan gadiitti dhiyaateera. Artistichi Atsee Tewodirosirraa eegalee hanga Obbo Mallas Zeenaawwiiitti namoota Itoophiyaa hogganaa... Read more »
Paakeejiiwwan qulqullina barnootaa qabatamaan mirkaneessuun hawaasa teknolojiidhaan qaroome omishuun biyya hiyyummaa keessaa baasuuf kan gargaarudha. Sosochii kana Itoophiyaa keessatti cimsuuf dameen barnootaa qormaata kenniinsa heeyyama ogummaa barsiisummaa kennuun eegalameera. Nuyis dhimma kana... Read more »
Durataa’aa Ittaanaan Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Garbaa dhiheenya kana haasawa waa’ee afaaniirratti waltajji tokkorratti taasisanii turaniin qeeqamaa turaniiru. Akka isaan laguu afaanii labsanittis yaadonni garagaraa keessumaa feesbuukiirratti ka’aa turaniiru.... Read more »
Sirnoota darbanirraa kaasee sirni siyaasa Itoophiyaa daran walxaxaadha. Kunii qaamoleen siyaasaa biyyattii olaantummaan gaggeessaa turan qajeelummaafi gaarummaan hojjechu dhabuurraa kan maddeedha. Kanarraa kan ka’e seenaan, aadaan, amantiin, duudhaafi afaan ummattoota bal’aa kan... Read more »
Sagantaan torban dubbisaa mataduree, “Dubbisuun guutuu nama taasisa” jedhuun Bitootessa 21-25 bara 2011tti Magaalaa Jimmaatti adeemsifameera. Sagantichi Ejensii Galmeeleefi Mana Kitaaba Biyyaalessaafi Yunivarsitii Jimmaatiin kan qophaa’e yoo ta’u, agarsiifniifi gurgurtaan kitaabilee, dorgommiin... Read more »
Miidiyaalee hawaasaaarratti dhimmoonni adda addaa pirezidaantii BMBO, Obbo Lammaa Magarsaa wajjin walqabatan akka komiitti ka’aa turaniiru. Keessumaa dhimma Itoophiyaanummaa, hariiroo ADPfi hariiroo Doktar Abiyyi wajjin qaban, Oromoo Finfinneetti galchuufi waraqaa eenyummaa kennuufi... Read more »