Sababiin malaammaltummaa maali?

 Gaaffii kanaaf namoonni deebii hedduu kennu. Baay’een qorannoowwan gara garaa dubbisuun tarii sababiin malaammaltummaa mootummaadha jedhu. Kaanis haala jirutu akka malaammaltummaan dagaage taasise jedhanii yaadu. Namni tokko Hiindiitii kan inni deebise isaan... Read more »

 Kufaatiin bu’uura milkaa’inaati

Jalqaba jaarraa 19ffaa keessa biyya Beeljiyeemitti mucaan maqaan isaa Adoolfi Saaksi (Adolphe Sax) jedhamu tokko dhalate. Mucaan kun namoota biyya lafaa kana irratti dhalatan hundumaa caalaa nama milkii hinqabne, nama rakkoof dhalate... Read more »

Milkaa’inni carraa otoo hintaane hojiidhaan dhufa

Milkaa’ina namoonni hundi nibarbaadu. Haa ta’u malee milkaa’inni maali? Attamitti gonfatama? Eenyutu milkaa’a? Gaaffiilee kanneeniifi kkfn hedduun keenya danqamuu dandeenya. Milkaa’inni jabaatanii hojjechuun malee akka ayyaanaa akka tasaa kan nama irra qubatu,... Read more »

Ilaalchi mo’amaan utuu hineegaliin nama kuffisa

Namni hundumtuu darbee darbee yeroo ofitti amanamummaa dhabu, waa’een ofii isaatii waan gaariin yeroo itti dhaga’amuu didu ni jiraata. Jireenyi akkasii yeroo oolee bulu amala namaa dhuunfachaa deemuun gara dhukkuba sammuutti nama... Read more »

 Dhoksaa namoota jijjiiramaa

Yeroo waa’een jijjiiramaa ka’u namoonni akka Roozaa Paarki ni yaadatamu jedheen yaada. Yeroo namoonni namummaa isaaniin utuu hinta’in bifa gogaa isaanii irratti hundaa’uun gadi qabamaa turan keessatti nama mataa jabaattee haala firoottan... Read more »

 Aariirraa of eeguu

Yeroo tokko waa’ee dargaggeessa beekumsa guddaa qabu tokkoo dubbiseen ture. Dargaggeessi kun beekumsaafi dandeettii cimaa haa qabaatuyyuu malee nama amala gaarii hinqabne ture. Nama ofittoo, nama wajjin jiraachuun isa rakkisuufi amallisaa kun... Read more »

 Ulfa baasuun daqiiqaa muraasa; gaabbiin isaa kan bara baraati

Namoonni sababoota garaagaraa irratti hundaa’uudhaan mucaa gadameessa keessaa guddina dhorkuun ajjeesu. Sababoonni kunis namoota baay’eedhaaf karaa ta’uun ulfa baasuun akka seera qabeessa ta’ee heeyyamamuuf biyyoota hedduu gargaareera. Bu’urri falmii kanaas kanneen akka... Read more »

 Teknolojii intarneetii

Addunyaan kun gara mandara tokkootti saffisaan fiigaa jirti. Isa kanaaf jalqaba kan ta’eefi shoora guddaa kan taphatu teknolojiidha. Waggoota muraasa dura namni tokko firasaa hiixuu (fagoo) jiru arguu, waliin mari’achuu, biyyoota kiiloomeetira... Read more »

 Karoora qabaadhu!

Yeroo tokko waa’ee qurxummiiwwan sadii dubbiseen ture. Qurxummiiwwan kunneen walii wajjinis galaana keessa jiraatu. Maqaan isa jalqabaa “Dursii karoorsiidha”. Inni lammaffaa ammoo “Sirriitti yaadii” yeroo ta’u inni sadaffaan “Taa’ii eegii” ture. Gaaf... Read more »

 Gaggeessaa dhiibbaa gaarii uumu

Namoonni hedduun waa’ee loliisa Kaaba Afrikaa keessatti bara 1941fi 1942 geggeessaa Ernest Rommeliin ta’e irratti namoota baay’ee xiqqoofi taankii lolaa muraasaan Ingilizoota akka mo’ate niyaadanna jedheen yaada. Dhoksaan injifannoo kanaa geggeessaa qorannoo... Read more »