Laggasaa Taaddasaa: Dargaggoo lafa xiqqaa qotuun milkii guddaa argatee gara invastarummaatti ce’aa jiru

Itoophiyaan bara 2014/2015 sadarkaa biyyaatti lafa hektaara miliyoona 1.3 jal’isiidhaan misoomsuun qamadii kuntaala miliyoona 50 ol omishuu dandeesse. Baruma bajataa walfakkaataa keessattis omisha gannaatiin oomisha qamadii kuntaala miliyoona 100 ol walittiqabuuf kan... Read more »

 Lubbuu waggoota 17 booda du’aa ka’e ija dargaggootaatiin

Du’anii waggoota 17 booda du’aa ka’uun akkamiin? Kun raajii attamiiti nama jechisiisuunsaa waan oolu miti. Eeyyee, lubbuu erga du’ee waggoota 17 lakkoofsisee ka’etu jira; gurri maal nudhaga’a jechuun keessan hinoolu. Lubbuun kunimmoo... Read more »

 “Galaa guddaan dargaggootaa deeggarsa maallaqaarra ogummaawwan bu’uuraa jijjiiramaaf isa gargaaran leenjiidhaan gonfachuudha” – Ergoggee Tasfaayee (PhD)

Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa isa yeroo baay’ee hawwamaafi murteessaa ta’eedha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu’anii ba’uun, ari’anii qabuuniifi dheessanii jalaa bahuun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan... Read more »

 “Tajaajila elektirikii dhabuun madda rakkoo hojidhabdummaa keenya isa olaanaadha” – Dargaggoota Magaalaa Addis Boodarii

Boodariin magaalaa xiqqoo Naannoo Itoophiyaa Kibba Lixaa, Godina Daawuroo, Aanaa Loomaatti argamti. Magaalattiin kun Hidha Madda Humna Elektirikii Gilgal Gibee-III (3) irraa fageenya kiiloo meetira shaniirratti argamtus tajaajila ibsaa elektirikii hinqabdu. Tajaajilli... Read more »

 Waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaandi aadaa waliin hojjachuu Afrikaanotaatiif bu’uura kan ta’uudha” – Gumii Dargaggoota Afrikaa

Itoophiyaafi Somaalilaandi waliigaltee waliin hojjachuu dhiheenya kana waliimallatteessan ilaalchisee akkuma qaamoleen waliigalticha sirnaan hubatan jiranitti kanneen bu’uura waliigaltichaa osoo sirnaan hinhubatiin qeeqaniifi akka waan Itoophiyaan humnaan qaama biyya tokkoo qabachuuf socho’aa jirtuutti... Read more »

 Dorgommii Haroo Wancii: Bashannansiisaa ispoorteessitoota ciccimoo horachuu jalqabe

Haroo guyyaa tokkotti yeroo sadiif bifa jijjiirratu ykn guyyaa tokkotti bifa sadii horatu. Yeroo ganamaa ykn obboroo carallaan biiftuu irra bu’e akka calalaqu ta’uudhaan bifa miidhagaafi hawwataa uummatu. Yemmuu lafti guyya’ee biiftuun... Read more »

 ‘Zero Plan’: Karoora yunivarsitoota hundatti babal’achuu qabu

 Yunivarsitiin Walqixxee karoora ‘Zero Plan’ jedhamu hojiirra oolchuun keessumaa rakkoolee barattoota shamarraniirra gahuu malan ittisuufi furmaata kennuurratti xiyyeeffateera. Karoorichi Yunivarsitii Diillaatti kan jalqabane ta’uufi yeroo ammaa ammoo Yunivarsitii Walqixxeetti babal’atee rakkoo gama... Read more »

 “Fardeen Oromoo kaleessa gaarreen Adwaa raasan har’a madda galii ta’uu qabu” -Dargaggoota Dandii

Nama biyya Ameerikaarraa dhufee Akaakoo Mana Abbichuutti ilmaan qonnaan bulaa gombisaafi tapha fardaa tolaan leenjisu tokko waliin walargee waa’ee seenaa gootota Oromoofi fardeensaanii Adwaarratti galmaa’e haasa’aa turre. Ani ardii Awurooppaa waggaa dheeraan... Read more »

 “Alaabaan keenya Kiristoosi, isaaf hojjenna afaanuma beeknuun isa waaqeffanna”

– Hangafa Faarfattootaa Diyaaqoon Firaanol Moosisaa  “Wayyaan cuuphaaf hintaane haaciccitu” jedhama, guyyichi guyyaa hafuuraan lammata dhalachuu, guyya qulqullaa’uu yoo ta’u, keessumattuu qeerroofi qarreef gama hafuuraanis ta’e aadaan guyyaa addaa nama bultiif ta’u... Read more »

Biyyi dargaggootaaf hintaane…

Dhalli namaa akka nama tokkootti jiraachuuf wantootni bu’uuraa kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisu. Wantootni bu’uuraa dhala namaaf barbaachisan kunneen yoo tattaafatanii hojjetan qofa argamu. Hojii mootummaas ta’e dhuunfaa argachuun... Read more »