Inisheetivii ruuzii Oromiyaa lixaatti

Inisheetivii Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannaan irratti hojjechuuf qabate keessaa tokko omisha ruuziiti. Nutis kanaan walqabatee hojii godinaalee Oromiyaa lixaa lama (Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaa)tti jirurratti odeeffannoo waajjiraalee kominikeeshiisaaniirraa arganne akka ittaanutti qindeessinee... Read more »

 Walgargaarsi guyyaa ayyaanaa qofaan daangeffamuu hinqabu

Har’i guyyaa ayyaanaati. Ayyaana Qillee jedhama Oromoota hedduu biratti. Afaan Amaaraatiin “Gannaa” jedhama. Maaliif akkanatti moggaafame laata? Namni beeku yaada osoo itti kennee gaariidha. Qiilleen Tapha ijoolleetti. Otoo akka ammaa kubbaan baadiyyaa... Read more »

Imala Afran Qalloo- Hararii hanga Cinaaksan

Gosti kee maal? jedhee na gaafate. Inni konkolaataa keessa na waliin taa’u. Ittin hime. ‘Ada’aadha.’ “Ada’a keessatti hoo?” naan jennaanan “Itayya.” jedheen. “Karaa haadha kee hoo?” gaaffiin ittifufe. Qormaata ta’uusaa naa gale.... Read more »

Imala Afran Qalloo

Gariin jiruufi jireenyatu oliif gadi oofa. Kaan bashananatu imalchiisa. Kaan kaayyotu dhamaasa. Kanaaf “imaltuun hinteessu” jedhu. “hiyyeessiifi qilleensi hin taa’u” warri jedhus ni jira. Silaayuu akkamiin taa’u? Jireenyi mataashiitiin daandiidha. Daandii xumura... Read more »

Dhimma xiyyeeffannaa mootummaa jabduu fedhu

Qabeenya gaarii horachuun jireenya fooyya’aa gaggeessuun amala dhala namaatiin walqabata. Amala qofaas miti. Fedhiidhas. Gaaffii guddaan akkamiin qabeenyi sun horatama kan jedhuudha. Kuun dafqee qabeenyatti dhufa. Gariin saameetu badhaadha. Inni jalqabaa gochaa... Read more »

 Ummati siviilii eegumsa gahaa argachuu qaba

Ajandaan biyya kanaa hindhumu. Tokko yoo cufan kan biraatu banama. Nageenyi karaa kaabaatiin boora’ee ture xiqqoo fooyya’eera. Dhiigni namaa garmalee dhangala’aa ture sun dhaabateera. Namni manaa buqqa’uun hafee gara qe’eesaatti deebi’uu jalqabeera.... Read more »

 Shaggar- Magaalaa Haarawaa

Godinni Addaa Oromiyaa Naannawa Magaalaa Finfinnee bara 2000 hundeeffamte. Waggaa 15 guutte jechuudha. Godinni kuniifi bulchiistoti magaalaa Oromiyaa naannawa kan jiran yeroo ammaa magaalaa Shaggariin bakka bu’aa jiru. Mootummaan naannoo Oromiyaa hundeeffama... Read more »

 Hogganaafi amaloota hordoftootaa

Barrisaa bubbuleera. Dabballee tokkotu leenjii gale; hogganaa (leader) ta’e. Leenjiin booda galee akka hordoftoota (followers) hedduu paartiisaa deeggaran horatu itti himame. Innis hojii manaa itti kenname fudhatee gara biyyaatti deebi’e. Bara sana... Read more »

 Adeemsa araaraafi nagaa buusuu marsaa lammeessoo

Waraanni biyya kanaa kanneen dhiiga namaa lolaasan yeroo hunda karaa kaabatii ka’u. Lolli qaamolee biyya alaa waliin taasisaman baay’eensaanii kaabarraan ka’an. Fakkeenya; lola (battle) Durbushoota waliin taasisame, lola Guraa, Gundit, Dogaalii. Loala... Read more »

Alii Birraa: Nama jabaa muuziqaaf dhalatee muuziqaaf jiraatee tare

Dargaggeessi tokko Harargee Gaara Mul’ataatii bahee Dirre Dhaawaatti imale. Baruma walfakkaatu shamarreen warra Afran Qalloo takka Jaarsoo, Ejersa Goorootii baa­tee Dirree Dhaawaatti godaante. Mahaammad Muusaafi Faaxumaa Alii kan manaa bahan dhimma mataasaanitiifi.... Read more »